“Adaamaa: Ajjeesa fi Ajjeefamaa Waltajjii tokkorratti.

“Adaamaa: Ajjeesa fi Ajjeefamaa Waltajjii tokkorratti .

ሰበር ዜና፦ጃሌ ዳውድ ኢብሳ ሻሸመኔ ላይ ከህዝብ ጋር ይወያያሉ ተብሎ ሲጠበቅ ብ/ጄ ከማል ገልቹ ደግሞ ከደምቢዶሎ ህዝብ ጋር ይወያያሉ ተብሎ ይጠበቃል 

ሚሚ ጎበና

OMN: NAIROBI:Marii Hawaasa Oromoo Nairobi Haala yeroo Irratti.(Onk 28,2019)


Listening to these neo-nefyegna club!! They spewing hatred against the Oromo people. These idiots have lost a sense of humanity. They still dreaming to build their empire over the grave Oromo!!
No way; you’ll get your evil breeding and it’s fruit soon!!


“Adaamaa: Ajjeesa fi Ajjeefamaa Waltajjii tokkorratti . Araarsuu moo wal-lolchiisu dha?

Lubbuun namaa kabaja qabdi, Oromoon aadaa gumaa lubbuu itti kennuu fi fudhatu qaba.

ODPn Safuu Oromoo hin beekne ijoollee abbaa Gadaa ofiin jetti, hin qaanoftu/ saalfattu.

Bulchiinsi magaalaa Adaamaa gaafa 16/02/2012 akka maagalatti Qaamota dhiiga uummata Oromoo dhangalaasan fi Oromoo waltajjii tokkorratti marii hawaasaa jedhee yaamee turus wal tajjichi hin milkoofne.

Isarraa hin baranne, ammas gaafa 18/02/2013 gandatti gadi buustee qaamotuma uummata keenya ajjeesan waliin marii teenya jechaa jirti. Warra gumaa waliin marii akkamiitu taasifama? Safuu yoo beekan Marii waliin dura kophaatti uummata miidhame mar’achiisuu qabu. Kun ta’uu baannan furmaanni waaraan hin dhufu.

Ilaalii Idiitii godhii Maxxansi”

Obsaa Gadaa


Rabbin Akkanati Nu Salphiisin!! Yaa Taayyee


Bishooftuu: Hoteellii Xankir Magaalaa Bishooftuu Naannoo buufata konkolaatatti argamu kan firoottan Birhaanuu Mangaati.Gareen ABIN fi farroonni Oromoo Nafxanyoonni Yeroo Heddu Achi Keeessa Dahatanii Wal Gahu.Kanaaf Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu Fi Poolisoonni Magaalichaa Karaa seera Qabeessa Ta’een Hoteela Sana Sakatta’uu Qabu.Hoteelli Suni Akkuma Mana Amantaatti Meeshaaleen waraanaa Argame achi keessas argamuu malaatii qeerro ija banadhu.

Miidhaksaa Abbishuu


Ethiopia: ሰበር መረጃ – ታማኝ በየነ ዛሬ በዋሽንግተን ዲሲ እየተደረገ ባለው ሰልፍ ላይ ያደረገው ንግግር | Tamagne Beyene’s Speech


Ethiopia: ሰበር መረጃ – ኢዜማ ዝምታውን ሰበረ: “‹‹ተከብቤያለሁ›› ያለው ግለሰብ ለፍርድ ይቅረብ!!” | ECSJ