Oduu gammachiisaa jiraattoota Aanaa ada’aa Bargaa magaalaa incinniitiif konkolaatan fee’isaa kan dhaabbata

Oduu gammachiisaa jiraattoota Aanaa ada’aa Bargaa magaalaa incinniitiif konkolaatan fee’isaa kan dhaabbata warra tplf midhaan(xaafii) kun. 600 iddoo kuusaa ykn irshaa sabilii keessa fe’achuu dhufa Foollee fi Qeerroo magaalaa waliin ta’un akka hin fe’amne ta’e jarreenis deebitee baddee jirti qilleensa irraa nuuf oolchi.”

Via: Jawar Mohammed

Magaalaa