ABOn Shawaa Lixaa Fi Bakkawwan Birootti Miseensonni Isaa Heduun Jalaa Hidhamuu Dubbata

ABOn Shawaa Lixaa Fi Bakkawwan Birootti Miseensonni Isaa Heduun Jalaa Hidhamuu Dubbata

Ambo dabalatee magaalee Shawaa Lixaa garaa garaa keessatti miseensonni keenya 120 caalan humnoota mootummaan qabamanii hidhaa jiru, jedhu – Qondaalli Damee siyaasaa ABO, Obbo Gadaa Gabbisaa.
Dhaggeeffadha.