ABOn Mariin Humnoota Siyaasaa Iityoophiyaa Hunda Hirmaachise Akka Geggeeffamu Gaafate

ABOn Mariin Humnoota Siyaasaa Iityoophiyaa Hunda Hirmaachise Akka Geggeeffamu Gaafate

Faayilii – Hayyu-Duree ABO Obboo Daawud Ibsaa Waliin

Partiin ABO Obbo Dawuud Ibsaan hogganamu partilee siyaasaa biroof wamichaa tasiisee jira, jechuun Partichi ibsee jira. Haala naageenya yaaddessaa biyyaatti keessatti mul’achaa jiru furuuf partileen siyaasaa waliin mar’achuun barbachisaa waan ta’eef waamicha kana dhiheessina, jedhan obbo Mika’eel Boraan miseensi koree hojii rawwachistuu partichaa.