Jilaa Adaa bilissumma ABO simaana magaala Naqamtee..

Jilaa Adaa bilissumma ABO simaana magaala Naqamtee..

Qeerroon Magaalaa Naqamtee guluffii fardaa istaadiiyoomii Naqamteetti


Qoricha budaa qarshii kudhan


Simannaa ABO jaal Tooleerraan durfama magaalaa shambuuti tahee irratti sirna Alaaba dhaabuu dabalatee


(SBO/VOL – Onkoloolessa 04,2018) Magaalaan Mandii Jila ABO waliin kana fakkaatti. Guyyaa seena qabeessa. ABO fi Mandiin seenaa jabaa waliin qabu.

Waltajjii kana irratti sirni Alaabaa ABO/Oromoo fannisuu geggeeffameera. Miseensota WBO kan turan faaruu alaabaa kan dhageessisan oggaa ta’u, miseensa WBO duraanii falmaa gubbaatti rukutamee miila isaa tokko Bilisummaa Oromoof dhabe Jaal Milkeessaa Jiraataa Alaabaa ABO/Oromoo fanniseera. Ummati jaalalaa fi kabaja WBOf, Hoggana ABOf, waliigalatti ABOf qabu bifa adda ta’een mul’iseera.


Umaanii ayiiraa yo HD nutiiagarsiistanii male isiinii hindabarsiinuu yero jedhanii akaittii jalatanii dhaba isanii nu jiradha qeerroo fi qaarreeni ABO ABO.ABO ABO uffee ya oromo ko..


የኦሮሞ ዴሞክራሲያዊ ፓርቲ (ኦዴፓ) የመስራችና ነባር አመራሮች ስንብት


Caalaa carcar waggoottaa hedhuu bodha biyyaafi biyyee isaa oromiyyaa irratii yero shaggooyee shubiisuu .


Qaaqeen dheebuu ABOf qaban akkasittiin bahanii mul’isan