Urjii Qabsoo fi Cichummaa Fakkeenya Aantummaa fi Sabboonummaa Hayyu Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa Sii Waliin Jirra!!

Urjii Qabsoo fi Cichummaa Fakkeenya Aantummaa fi Sabboonummaa Hayyu Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa Sii Waliin Jirra!!

warra Abbaan torbee eessa bade jettani gaaffatanif, magaalaa bilisummaa fi nagaan akkasitti jiraattu abbaan torbee hin barbaachisu. kanuma.

Dambi Doolloon Kan #WBO #ABO ti.

Magaalaa #Dambidoolloo June 30/2018 ganamaan kana fakkaatti! Itti muddi. Warri Dambii Bilisummaa dhugaà labsachuuf dhiyaatan!

 

“A noble leader answers not to the trumpet calls of self promotion, but to the hushed whispers of necessity.” 
― Mollie Marti