Lixa Oromiyaa Wallagga Jaarsoo, Hayyu Duree ABO Jaal Daahud Ibsaa qabatanii

Lixa Oromiyaa Wallagga Jaarsoo, Hayyu Duree ABO Jaal Daahud Ibsaa qabatanii

ONN: Adoolessa 3,2018-Jaarsoo
===============
Lixa Oromiyaa Wallagga Jaarsoo, Hayyu Duree ABO Jaal Daahud Ibsaa qabatanii


ONN: Qeerroo Arsii-Roobee.
“Yaa Wayyaanee,
Eebbisaa nyaattanii,
Guutamaa nyaattanii,
Elemoo nyaattanii,
Laggasaa nyaattanii,
Nadhii Gammadaa eessa fiddanii??”


Hubachiisa

ABO ykn WBO fakkaatanii akeekni Lixa Oromiyaatti uummata Oromoo irra OPDO dhaan gahaa jiru balaaleffatamuu qaba!ABO nama nagaa ajjeesee gubuuf qabsaa’a miti! Yakka Harargetti raawwattee WBO ittiin xureessaa turtetti OPDO deebitee jirti!

Namoota yakka fokkisaa WBO hinibsine raawwatanii WBO dha, Abbaa Torbeeti jedhan ofirraa ittisaa! TPLF rafaa hinjirtu, ofii gubdee maqaa qabsaa’aakee balleessuuf deemti

Oduu Ammee ONN: Baha Oromiyaa naannoo Baabbileetti waraanni Liyyuu Poolisii Naannoo Somaalee manneen gubaa ummatni baqataa jira.

Adooleessa 02/2018


Lola Liyyuu Ayilii Sumalee Mootummaan EPRDF leenjisee uummatatti lakkiseen guyyaa har’aa Muummee Ahemad namni jedhamu wateegamee jira