ABO Haters: “Finfinnee irratti karaa nagayaan qabsa’aa, Wallaggaa irratti qabsoo hidhannoo taasisuun fudhatama hin qabu.”Dr. Alemu Sime Feyisa

ABO Hters “Finfinnee irratti karaa nagayaan qabsa’aa, Wallaggaa irratti qabsoo hidhannoo taasisuun fudhatama hin qabu.”Dr. Alemu Sime Feyisa

ABO SHANEE Haters are as follows

1- Diina Oromoo

2- Neftegnas

3- Worra abba garaa

4-worra sammuun duwwaa ta’e

5-Worra hojjii barbaadan OPDO/ODP keessati

6-Worra wanta deemu hin beekne

7-Worra hinaffaa ABO irraa qaban

8- Worra hattuu

9- Worra wonjala hojjetanii sodaa qaban…. Kkf


“Finfinnee irratti karaa nagayaan qabsa’aa, Wallaggaa irratti qabsoo hidhannoo taasisuun fudhatama hin qabu.”Dr. Alemu Sime Feyisa

Dr. Alemuu simee guyyaa har’aa akka ibsanitti Finfinnee ta’aani karaa nagayaan qabsa’aa Wallaggaa irratti immoo qabsoo hidhannoo taasisuun fudhatama hin qabne ibsani jiru.

ABO Shaneen qamnii sadaffaa nu giddu galee waliin nu haa marii’achiisu kan jedhuus fudhatama kan hin qabne akka ta’e ibsani jiru.

Kanaan dura yeroo baayyee mariin addatti ABO shanee waliin taasifamu ibsani, kanaan booda mariin adddatti ABO Shanee waliin taasifamu akka hin jirre ibsani jiru.

Yoo mariin barbaachise bakka Paartiileen siyaasaa hundi jiranitti yaada isaani dhiheessanii marii taasisu akka danda’aan ibsani jiru.

Yeroo ammaa kanaas rakkoon iddoo tokko tokko keessatti mudachaa ture furmaata argachaa tasgabaa’aa akka jirus dabalataan ibsaniru. Kanuma dubbiin waliif nu galchu.

ViVa Dooktar waan gaarii dubbate akkanatti ifa walitti himun barbaachisaadha. Itti fufaa!


ከኦነግ ጋር ካውን በኃላ ድርድር ብሎ ነገር የለም የኦቦ ለማ መገርሳ ኮስተር ያለ ንግግር

This is unbelievable where all neftegnas are owners of Oromiyaa!



BBC News Afaan Oromoo 

 shira opdo kana