ABO fi KFOn nus isaaniin boonnee isaan taanee argamna!!INJIFANNOON UUMMATA OROMOOF!
ABOn dhugaa saba ofii dubbanaan shororkeesumman himatamee baroota dheeraaf ajjeefamaa hidhamaa biyyaayis ari’ama as gahe.
KFOs sabni oromoo maaliif oromoo ta’uu qofaaf hidhaafii ajjeechaa akkasuma biyyaayis ari’amuun furmaata ta’a jechuun “hin ta’u” jechuun sabaaf dhaabbatanii lubbuu ofii laachuun dhaabillee dhugaa ARDIIF SAMIINIILEE beektuu OROMOOF yeroo gara garaatti uumamanii argamaniidha.
Kanaaf nus isaan jaallanna , nus isaaniin boonnee isaan taanee argamna.
#INJIFANNOON_UUMMATA_OROMOOF!!
Oromoo keenyaa yoonaa
Maanguddoon Oromoo yeroo isaan Obbo Lammaa Magarsaatti imaanaa lammummaa kennan!!
Hiddii Lolaa, Booranaa
Deeggarsa ABO
ABO dhaabnikoo
Oromoo Sabniikoo
Baratoota Oromo Oromia