Abiyi rikaardi galmeese waan TPlf hin hojjatin wagga 2 keesati hojjate safuu..

Abiyi rikaardi galmeese waan TPlf hin hojjatin wagga 2 keesati hojjate safuu..


“Qeerron Asii gaditti argitu kun Taammiraat jedhama. Dhalataa Godina Arsii Aanaa Roobeti. Poolisii Addaa Oromiyaa ture. Lola Tigraayi deemee achitti ajjeefamee reeffi maatiif gale. Joollen teenna dhumaa jirti. Akka irraa baratamuuf maxxansi”
 
 
 
 
 
 
 
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.