Abiyi Ahmed: Itti himnaan didee, bobaa nafxanyaa jala gale. Ummanni Oromoo amanee imaanaa itti kenne.

Abiy Ahmed: Itti himnaan didee, bobaa nafxanyaa jala gale. Ummanni Oromoo amanee imaanaa itti kenne. Abiy garuu harka isa guddise nyaate; diina gammachiisuuf, lammii keenya ibiddaan waade. Kana booda waan eegnu hin qabu. Filnannoon jiru, akkum fedhiin olbaafne, deebisee gadi-buusuu qofaa dha!
Itti kaasi!! #QeerrooPower!

Dábessá Gemelal


#Guyyaa Hadhaa Gurraandhala 15,2020 Yakka mootummaan Raawwate keessaa
1. Hoogana ABO Yaalii Ajjeechaa irratti raawwatanii konkolaataa isaa rukutuun dhuunfachuu!
2. Miseensota ABO kaan ajjeesanii kaan madeessuu
3. Artistii Oromoo rukutuun miidhaa irraan gahuun taatee hadhaa keessaa muraasa! Kan itti aanu hoo?


“Qeerroo Qeerroo jettu eshi Qeerroon eenyu? Dargaggeessa miliyoona 6 mitii?” jedhan bar tokko obbo Lammaa Magarsaa.
Hundaafuu Caffee keessaa galma qofa miti namas qabna!!


Lammaa Magarsaa Walgeyii Caffee hin deemne. Sababnisaa inni hojiitti jira”Wattaaddara bobbaasee nama keenya irratti duulchisee Ficcisiisaa jira.

Obbolaa gadii kun lameen har, adha kan ajjeefaman.


Ministirri haajaa alaa Yunaaytid Isteets Maayik Pompeyoo Wiixata kaleessaa Itoophiyaa yeroo gahan gita isaanii ministira haajaa alaa Itoophiyaa Obboo Gadduu Andaargaachoo fi Itoophiyyaattii Ambaasaddarii Yuunaaytid Isteets Ambaasaddar Maaykil Raynoriin simataman.