“Abiy Oromummaa caccabsee jira. Kanaaf galata argachuu qaba” jechi jedhu dubbii goolabee jira.

“Abiy Oromummaa caccabsee jira. Kanaaf galata argachuu qaba” jechi jedhu dubbii goolabee jira.

Dhageessanii mitii? “Obbo Lammaa Magarsaa abbaa Oromummaati.

Abiy Ahmad ammoo kan Oromummaa balleessaa jiru” jedhe Ermias Laggasaa. Yeroo kana dubbatu Abiy waan Oromummaa caccabseef galateeffachuu barbaadeeti. Oromoof yaadee miti. Obbo Lammaa ukkaamsuun Oromummaa caccabsuu akka ta’e namni Oromoo jibbu kun ragaa ba’e. Amma wanti ifa hin ta’in maaltu jira? Yeroo sabboontotni “Abiy farra Oromummaati” jedhan dhugaa akka ta’e warri dur hin galiniif kuni ragaa gahaadha. Kan sabboontota Oromoo jibbutu kana dubbate.

Ferhan Abdulselam

“Abiy Oromummaa caccabsee jira. Kanaaf galata argachuu qaba” jechi jedhu dubbii goolabee jira. Gaafa Jawar Mohammed Abiy filatamuu hin qabu; namni kun “warraaddaa” jedhe san dubbiin badde. Amma falli jiru ofirraa kaasuudha. Warri dubbiin hin galleef kana caala wanti jedhamu hin jiru.


Abiy’s ‘politics’ is outsourced to NAMA, 360, the self-appointed ‘kings’, ‘queens’, and ‘mayors’, the so-called ‘church leaders’, and the proponents of ‘homeless politics’ in Ethiopia.
#Focus_on_the_root_source_of_the_problem!

Tsegaye Ararssa

በኦሮሙማ አሰላለፍ ላይ የተደረግ ውይይት ኤርሚያስ ለገሰና ብሩክ ይባስ



Walaloo Abiyin Hagalatomu Oromuma Digee Jira jatee Nafxanyan Walalao Isaanirati dhihate Sobontotan