Abiy Ahmed: Callisu Oromoo akka Injifannoo ‘Badhaadhinni’ fideetti ilaalaa jiru

Abiy Ahmed: Callisu Oromoo akka Injifannoo ‘Badhaadhinni’ fideetti ilaalaa jiru!


Amazing
ODEESSI KEESSOO PPti amma Finfinnee irraa dhufe akka addeessutti;
~ Walitti gaarrefannaan PP Nafx_anyaafi PP Oromiyaa gidduutti uumame akkuma itti fufeetti jira.
~ Lixa fi Kibba Oromiyaa irratti Waraanni humni dabalataa akka ergamu murteessaniiru.
~ Tigraay keessatti hanga har’atti lolli deemaa jiraachu Abiy afaanuma isaan dubbacha jira.
~ Callisu Oromoo akka Injifannoo ‘Badhaadhinni’ fideetti ilaalaa jiru.
~ Dhimmi lola Suudaaniifi Kononeelli Waraana Eertiraa wareegamun Abiyyitti naasuu hanga hin qabne itti buuseera!
Waliif Dabarsaa!!