Abiy Ahmed: Biyyoonni Addunyaa Filannoo Sobaa Abiyyi gaggeessuuf qopha’aa jiru harkatti kuffisaniiru!!

#Oduu_Ammee!! Biyyoonni Addunyaa Filannoo Sobaa Abiyyi gaggeessuuf qopha’aa jiru harkatti kuffisaniiru!!
 
Abiyyi dhaabbilee biyyoota Addunyaa 50 oliif Xalayaa barreesse akka Filannoo taajjabaniif gaafatee ture. Dhaabbileen biyyoota Addunyaa Biyya nageenyi hin jirre keessa Filannoo gaggeesa jachuun ummata biyyattii guutuutti qoosuudha jachuun Shira Abiyyi harkatti fashaleessaniiru..!!
Oromoo Addunyaa si waliin jirti qabsootti jabaadhu!!
Kan Abiyyi gaduma! Abiyyi ni kufa! Qabsoo tokkummaan itti fufa!