ABIN bakka bu’uun magaalaa Asallaa irratti filanoof dorgoma. ABO fi KFO filannoo keessaa baasanii ABIN dorgomshisuuree?

ABIN bakka bu’uun magaalaa Asallaa irratti filanoof dorgoma.

ABO fi KFO filannoo keessaa baasanii ABIN dorgomshisuuree?

Tamiru L Kitata


Ammee❗
Obbo Leencoo Lataa Gaaddisa Hooggansa Oromoo qindeessuuf Abiy Ahmed dhaaf waadaa sobaa galeera. Kanaafis torban dhufu keessa magaalaa Bishooftuutti walgahii dhoksaa jalqabaa gaggeessuuf waamichi taasifamaa jira.
 
Yaa Obbo Leencoo:
Hooggantootni Oromoo mana hidhaa wayita jiranitti, Oromoon mana hidhaa keessaa baafamee wayita ajjeefamaa jirutti gaaddisni ati qopheessitu gaaddisa muka baala hin qabneeti. Ergama addaa filannoo fakkeessaa kana Oromootti fakkeeffamee darbamuuf jiru milkeessuuf fiiginsi kee olii fi gadii ni argama; ni beekama. Shira kamuu itti ejjennee saaxilla❗
Qeerroo Intelligence Group

Aabb Leencoo Lataa fi Dr Diimaa Nagawoo ABO erga lagatanii bubbuleera. asdhihoo kanammoo Epp/Bilxiginnaatti Joined goone jedhanii afaan isaaniin nuttihiman”Gorsitoota Coloneel Abiyyii hooggansa Bilxiginnaa tahaniis hojjechaati jiru.
amma asdeebiyanii dhimma ABO irratti qorannoo goonaa maal goonaa jedhaniiti waan waliin hindeemne walitti bukeessuu barbaadu.
Saboo jaarroleenkun usanii waan Rabbi hireef nyaatanii hintaa’anii sabni haafalmatuutii?
Tulluu Hiyyeessaa


እንደምን አደራችሁ
የብልፅግና አባል ወይም ደጋፊ የሆናችሁ ጓደኞቼ አንድ የምጠይቃችሁ ነገር ነበረኝ👉 በፊንፊኔ ይገነባል ብላችሁ የነበረው የወንድማችን የሀጬኮ የመታሰቢያ ሀውልት ግን ከምን ደረሰ?


“Shira ABO irratti qophawee “
“ Inter-Oromo Dialigue “
Maqa Inter-Oromo Dialigue jedhuun Leencoo Lataa shira ABO irraatti akeekaan torbee dhufuu eegaluuf jira.
 
Naqarsa Qabsoo Bilisummaa Oromoo Leencoo lataa shira mayii ABO irraatti yaaluuf walgahii waamaa jirachuu biraa gahamee. Leencoo Lataa,Diimaa Nagawwoo fi fakkaattonni dirqamaa PP irraa fudhataan torban dhufu walgahii iccitii guddaa gaggeessuuf sagantaan qabame keessaa tokko Bishooftuutti gaggeeffachuuf namoota lakkoofsaan xiqqoo ta’e waamanii jiru. Gantuu Leencoo lataa fi wahelloonni isaa Balbala cufannee waa’ee ABO irraatti marihanna jedhaa jiru. Bu’aan walgahiicha ABO jijjira jedhanii sageentaffatanii jiru!!
 
Bitootessa 06/2021 fi 07/2021 garee ergamtuu diinaa(PP) Araarsoo Biqila, Tooleera Adabaa, Qajeelaa Mardaasa, Atoomsaa kora dabaa gaggeessuuf shira xaxamee cichominaa sabboontotaa oromoon fashalee jennaan tooftaa haaraa dhaan shira ABO irraatti baanuuf walgahii karoorfamee dha.
Leencoo Lataa umrii guutuu qabsoo Bilisummaa Oromoo dhabamsisuu irraatti hojetee. Lammiileen Oromiyaa Jaarsaa summii kana bakkuma argameetti wan isaaf maluu kennuun murteessaadha. Shira namootaa kanaan lubbuu ilmaan Oromoo waggootaa 40 oliif wareegamaa hin malee baasaa jira.
Shira ABO irraatti gaggeeffamuu dhaabachuu baatullee kaayyoo fi akeekii ABO lafa qabatee wan jiruuf laalisa deemaa.
 
Diinni Diinaa Oli saba keenyaa Leencoo Lataa fi Diimaa Nagaawoo tti. Warri amantii rabbi itti nuu kaadhaa, warrii waa ofi harkaa qabdan moo ibiddaa tokkoo nu barbaadaa. Wareegamaa hin malee baafama jiruu sababuma namootaa kana lamaaniif caasaan isaan diriirsaan mallaqaa PP irraa guuranii gantoota garaaf bulaani dhaa .
 
Shira xaxaa bultee ooltuu kaayyoon ABO mamii tokko malee miseensoota ABO fi lammiilee Oromiyaan gali gahurraa dubbatti akka hin deebinee muxannoo waggootaa 40 argaa turtee ragaa dha.
Gantoota fi jaalalloota gara dhabama malee Qabsoon Bilisummaa Oromoo hin dhabamuu.
Injifannoo Ummta Oromoof!
 
Via:Irbuu Shinniiggaatiin


Breaking news!!
Abiyyi Ahimed Isayyaas Afuwerqii dhooksan Magaalaa Asmaraatti marii irra jiraachuun beekkameera!!
Abiyyi jaarsa dullacha miila irra kufee kadhachaa jira jadha Odeessi amma dhufe..
Ee USA qoosaa hin beektu sa’a isiniif kennametti fayyadamuu qabdan..
Waltajjichi akkuma xumurameen raawwii isaa isin beeksisna nu hordofaa…!!