Ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa Jaal Goollicha Dheengee jedhama Abbootin Gadaa Oromoo Nama Eeleyaas ykn Mikaa’el booran jedhamu kana esaa fidee lata ?

Ajajaan Waraana Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibbaa Jaal Goollicha Dheengee jedhama Abbootin Gadaa Oromoo Nama Eeleyaas ykn Mikaa’el booran jedhamu kana esaa fidee lata ?

Ummaani Oromoo dubii Kana Abbooti Gadaa Kenyaa Gaafadha hin Usina Akkan media Ethiopia irraa dhagaheti Ajajaa Waraana bilisummaa Oromoo Gujii jedhani dabarsan dubiin kun dhugaa miti Ummani Jaala hin haafina please Abbootti gadaa Kenyaa Haa Gaafanu

 

 

 

 

 

 

 

 

 


OBS-Turtii obbo Taayyee Danda’aa waliin taasisne kana daawwadhaa!

Tultulaa Neftegna, Sobduu!!!