Abboonni Irree Abiyyii fi Isaayyaas Loala Uummata Tigraay Irratti Bananiin Loltoonni Isaanii 10,000 Booji’aaniiru: Televiziyoona Tigraay

Abboonni Irree Abiyyii fi Isaayyaas Loala Uummata Tigraay Irratti Bananiin Loltoonni Isaanii 10,000 Booji’aaniiru: Televiziyoona Tigraay

Miseensota human addaa naannoo Amaaraa, Danaashaa, Naannoo daangaa naannoo Amaaraa fi Tigraay, Sadaasa 9, 2020

Abboonni irree Abiyyii fi Isaayyaas adda waraanaa maraan uummata Tigraay irratti waraansa bananiin hagna ammaatti loltoonni sirna kanaa kuma 10 ta’an booji’amuu isaanii fi kanneen booji’aman keessa immoo loltoonni Isaayyaas jiraachuu akkasumas meeshaa waraanni itti gargaaramaa ture meeshaan waraanaa booji’amuu madden ibsan jechuu dhaan Televiiziyoonni Tigraay beeksisee jira.

Abbaa irree kan ta’e Abiy Ahimediin abbaa irree Isaayaasiif kennamee to’annaa loltoota saabiyaa jala kanneen turan laffti Tigraay haleellaa humnaatiin deebisamuun tuqameera jedha TV Tigraay Adda waraanaa maratti injifatamuu guddaa kan haguuggate Abiy Ahimed uummati Tigraay ibsaa akka hin gargaaramne humna madda ibsaa Tekezee qilleensa irraan haleeluu dhaan magaalaaleen Tigraay dukkana keessa akka turan gochuu dhaan hojii diinummaa hammaa ba’aa hojjete jedhee jira jechuu dhaan Televiziyoonni Tigraay gabaaseera.


የትግራይ ብሄራዊ ክልላዊ መንግስት የአስቸኳይ ጊዜ አዋጅ አወጣ | #Ethiopia #Tigray declares State of Emergency
(Courtesy of Tigray TV)


ሰበር ዜና
ትላንት በዳንሻና አከባቢው የትግራይ ሰራዊት እጅግ በተጠና መልኩ በሜካናይዝድ ጭምር የቆረጣ ውግያ በአስደናቂ ሁኔታ ጠላት ግራ እስኪገባው ድረስ ከደመሰሰ በኃላ የተማረኩት በ 25 መኪኖች የአማራ ክልል ወራሪ ምልሻዎችና ልዩ ሃይል፣ የአብይ ቅልብ ወታደሮች እንዲሁም አጋጣሚውን በመጠቀም ትግራይን አንወጋም ብለው እጃቸው የሰጡ የኢሳይያስ ወታደሮች በትግራይ ሰራዊት ታጅበው ወደተዘጋጀላቸው ማረፊያ ዛሬ አመሻሹ በሰላም ገብተዋል።
አብይ በበኩሉ ”ሸራሮ ያዝን፤ ወታደሮች ሞተው አገኘን” እያለ ህዝቡን ጮቤ ያስረግጣል።
የአብይ ሚዲያዎች ይህ ዜና አይናገሩም። መማረክና መማ’ረክ የነበረና ያለ ቢሆንም የዛሬ ግን ለየት ያለ ቅርጽ ያለው ነው ተብሏል።
Wolaita Media Network WMN


Magaala Adaamaatti RIB abiy keessaa Tigreen tokko hiriyootuma wajjin jiru kan sabaan Oromara taate 3 irratti tarkaanfii fudhateen lafa jala dibee jira. Inni utuu miliquuf yaaluu rukutameera. Poolisoota Qillinxoo eegan keessaa Tigreen biraan ammoo tarkaanfii fudhachuuf utuu jedhuu boombii wajjin tasa to’atameera.Tigreen akkasitti mirga sabasaaniitiif quuqamu. Gowwaan keenya nafxanyaaf ristii deebisa jedhee du’a galata hin qabne du’a. Sabasaatti gara galee dhukaasee ajjeesa.


ODUU Hatattama Oduule Jajjabo fi Lola tplf fi Abiy Gaggesa jirani kuno | Moha Oromo

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.