ABBABAA TOLCHAA JEDHAMA:Duraan Dura taa’aa ganda kattaa Buraayyuu




ABBABAA TOLCHAA JEDHAMA. Duraan Dura taa’aa ganda kattaa Buraayyuu kan tureef yeroo ammaa kana immoo dura taa’aa ganda Gafarsaa Buraayyuu ta’ee kan hojjechaa jiru qabsoo uummataa Oromoof sirna tplf mormaa kan jiru poolisii Oromiyaa fi miseensa opdo qabsoo uummata Oromootti makaman basaasee tika federaalalaatti kan gabaasaa jiru Waa’een qabsoo Oromoo dhimma isaa kan hin taane Irreecha Malkaa Ateetee Buraayyuu irratti uffata Abbaa Gadaa uffatee EBC dhaaf waa’ee ayyaanichaa kan ibsaa ture yeroo ammaa QEERROO sirbaa fi dhaadachaa ture POOLISIIf HOJJETAAN utuu hin hafin maqaa barreessee tika( daninnatii) tplf tti akka kennaa jiru QEERROOn bira geesseetti. Kanaaf atattamaan utuu inni hojjetaa fi poolisii uummataa isaarraa diina ittisaa jiru hiisisee hin fixin gara tarkaanfiitti galuun dirqama opdo fi QEERROO ta’uu beeksisna.
QEERROO Buraayyuu

ABBABAA TOLCHAA JEDHAMA

Via: Massii Sanyii Fayisa Lelisaa