Abbaan Duulaa har’as ija sooqiddaan dhiaqatee sobe. Nama 490tu argame jedhe. Soba. Akkamiin?

Abbaan Duulaa har’as ija sooqiddaan dhiaqatee sobe. Nama 490tu argame jedhe. Soba. Akkamiin? OPDOn yoo xiqqaate miseensota 190 paarlamaa keessaa qabdi. Isaan keessaa kaleessa 130 qofatu argame ( 88 ni morman, 35 ni deeggaran, 7 sagalee hin kennine). Kana jechuun. Kana jechuun namni 60 hin argamne. Akka Abbaan Duulaa jedhetti miseensonni paarlaamaa warri lubbuun jiru nama 539. Kanarraa 60 yoo hir’ifnu 479 ta’a. Yoo namni hundi dhufe osoo jenneeyyuu namni 490 argamuu hin danda’u. Hubadhaa dhaabbilee EPRDF biroo irraa miseensota paarlaamaa ta’anii kan ambaassadorummaa biyya alaa jiran kan kaleessa hin argamin hedduudha. Kanaafuu kaleessa namni 400 gahuuyyuu yoo argame raajiidha.

Ragaa dabalataa: gaazezaan Washingon Post namni 100 ta’u sagalee hin kennine jedheeti gabaase. Garuu Abbaan Duulaa nama 7 qofatu sagalee hin kennin jedhee kijibe.

Dheedhiifi salphina hin quufan.

Asko bus station in Finfine is empity

በቦሌ ክ/ከተማ 8ኛ ዙር የሊዝ ጨረታ አሸናፊዎች ስም ዝርዝር ይህን ይመስላል።

ሚካኤል ጌታነህ ገ/ጻዲቅ
ብርሃኔ ኪ/ማርያም
ሃድጉ ገ/ዮሃንስ
ወልዴ ገ/ወልድ ገ/መስቀል
ጎይተኦም ብርሃኔ ኪ/ማርያም
ሰናይት ገ/እግዚአብሔር ገ/ዮሐንስ
ክብሮም አብረሃ ዘርኡ
አለም አግአዚ መንገሻ
ትርሃስ ገ/መድህን ሃጎስ
ጀማል ሰኢድ እንድሪስ
ገ/መስቀል በየነ ስዩም
ግደይ በርሄ ረታ
ጀነሪት አለምሰገድ
አበራሽ በላይነህ ተ/ሚካኤል
አረፉ ገ/ማርያም አምሴ
ሩት ወ/ስላሴ ወ/ትንሳኤ
ሰላም ገ/እግዚብሔር
ክብሮም ታደሰ ገ/እየሱስ
ብርሃኔ ነጋሽ ገሰሰው
አዎት አብረሃም ወ/ስላሴ
ዲና ልኡልሰገድ አብረሃም
ወሰንየለሸ አርጋው አድገህ
ትንሳይ አክሊሉ ዘለቀ
ብርሃኑ ነጋሽ መሀመድ
ሸረፈ ነጋሽ መሀመድ
ኤደን ብርሀኔ አምባዬ
ትህትና ላእከ ሀይሉ
ሰላማዊት ኪ/ማርያም እዬብ
አልጋነሽ ገ/እግዚአብሄር ደስታ
ክንፈ ጉድፈይ አብርሀ
ናትናኤል ስዩም ገ/እግዚአብሄር
ልዑል ሀጐስ ተክሉ
ዳዊት ካሣሁን ገ/ማርያም
ሰገን አድሃኖም አብርሃ
ክብሩ ብርሀኑ አንግም
ጀማል ንጉሴ ለገሰ
ፍፁም ገ/እግዚአብሄር ተስፋዬ
ተስፋዬ ዳንኤል ወ/ሚካኤል ናታኢ

Birhanu M Lenjiso