Abbaa Caalaa: Maanguddoo shimalaan poolisii dura dhabbatan

Abbaa Caalaa: Maanguddoo shimalaan poolisii dura dhabbatan

(bbc)—Maanguddoo Mohaammad-Huseen Turaa ykn Abbaa Caalaa mormiiwwan baroota dabran keessa shimala qabatanii poolisii fuuldura dhaabbachuun namoota hedduun yaadatamu. BBC Afaan Oromoo Baalee Roobeetti argee dubbiseera.

”Nabsee kiyyarraa hajaa hinqabu. Biyya kiyyaafi nama kiyya, akka inni bakka godhatu, akka inni bilisummaa bahu – kanaafin iyya, kanaafin utaala,” jedhu.

Viidiyoo kana kan midhaassan Yaadataa Biraanuu fi Baqqalaa Atoomaati.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.