Guyyaa ar’aa Hidhamtoonni nuuf haa Hiikaman jechuudhaan Hiriirrii Karaa nagayaatiin Aawwadayitti godhamaa jira.

Guyyaa ar’aa Hidhamtoonni nuuf haa Hiikaman jechuudhaan Hiriirrii Karaa nagayaatiin Aawwadayitti godhamaa jira.

Fugug Media Broadcast
Onkolooleysa 25/2018

Guyyaa ar’a Jiraattonni Magaalaa Aawwadaay Hidhamtootni 45 kan Sababa Humnoota badii Ummata keenya Miidhuuf dhufan dura dhaabbachuutiif hidhamanii turan nuuf haa Hiikaman jechuudhaan Hiriira nagaya geggeeysa jiruu.
#FMB

#FXG_HARAMAAYAA
================
Yeroo ammaa kana Awwadaay fi Haramaayaa Hiriira jira. Sababni hiriira itti bahanis ijoollee awwadaay tan hidhaa jirtufi. Poolisiin Oromiyaa haramaayaa irraatti dhuukasa gubbarra dhujaasuun addaan facaaste. Ammas namni Manaatti hin galle. Daandiin Awwadaay fi Haramaayaa irraatti cufaadha.