Aangoliin Oromiyaa aangooli Somaale qunnaman. Eessatti? Adaamaa. Akka yaada OPDOtti, Adaamaan ammas magaalaa gudditti Oromiyaati. Qunnamun gaarii garuu maalif Adaamaatti? Yookan achuma Dirredawaa yoommoo Oromiyaa gidu-gala ta’ee Finfinneetti ga’u qaba ture. Ajaa’iba wanni OPDOn hojjatu.