Aammee: Suudaan karaa Beenishaangul daangaa Ityoophiyaa irraa KM 5 Waraana 20,000 qubachiistee jirti.

Suudaan karaa Beenishaangul daangaa Ityoophiyaa irraa KM 5 Waraana 20,000 qubachiistee jirti.

Waraanni kun kan qubate karaa Magaalaa Gizen yoo ta’u Kayyoon isaa GERD qabachuu akka ta’e beekameera. Abiy Ahmad Daangaa biyyaa eeguu dhiisee Kitaaba Xoonqaayonni tabattaban baatee
mandara keessa deemuun akkuma Dargii sana “Dargageessi loluu dide” jechuun boohaa jira.


Abiy “warri dhihaa natti duulaa jiraa, biyyoonni Afrikaa na cinaa dhaabbadhaa” jechaa jira. Beekaan fagootti gowwaan of jalatti jedhama mitii? “Yoo Abiy badhaasa Noobelii fudhatee karaa sirrii irraa dabe lolli isaa warra alaa waliin taha” jedhee ture Jawar. Abiy garuu amma arge. Badii hojjataa jiruuf biyyootni Afrikaa maaliif isa gargaaru mee? Amma Itoophiyaa waliin dhawee erga irraa bahee booda Afrikaa fi warra dhihaa wal lolchiisuu yaada moo? Gandummaa irraa gara Afrikumaatti cehe fakkaata! Kana hunda rakkachuu irra maaliif rakkoo furuuf hin yaanne? Rakkoo irratti rakkoo dabaluun daran dhiphachuu irra.

Ferhan Abdulselam


Kun duula Filannoo Osoo hin taane Duula hidhannooti.

Waraana. Bilisummaa.Oromoo

 WBO fi Ummaata oromoo.

ኦነግነት ኦሮሞነት ነው ‼️ WBO ደግሞ ላንተ ለኔ ለሁላችንም ሲል እድሜውን ሙሉ መተኪያ የሌለው አንድያ ነብሱን ሰጥቶ በዱር በገደሉ የሚታገልልህ የነፃነትና የህዝብ ልጅ ሰራዊትህ ነው !! ኦነግን ከ WBO መለየት አይቻልም !!የአሰላለፍ ችግር ካለብህ እራስህን ገምግም ወይም ተሸብለል !!