Qabbanne Waaqoo fi Irreecha
Aadde Qabbanne (Bonnie Holcomb) akkasiin faayamanii Irreecha baranaa Washington DCtti kabajaniiru.
BBCn wayita OSA Finfinneerratti argee dubbisu ”Oromoon akka baay’ina isaaniitti ammallee hin mullanne,” nuun jedhanii turan.
Guutummaasaa asii dubbisaa https://bbc.in/2mWYJPX