Aadam Mohaamad ”Ana Haa Nyaatuu” New Oromo Music 2019 By Raayyaan Raayyumaa Entertainment.

Above Single Post

Aadam Mohaamad ”Ana Haa Nyaatuu” New  Oromo  Music 2019 By Raayyaan Raayyumaa Entertainent.

አዲስ መረጃ! Especially Ethiopian News | November 25, 2019 | Ethiopia

#Oduu_AMMANU_GAHE_Breaking_NEWS!!
Finfinnee #Inbox #qulqulleeffanneerra!
Dhagahaa wal dhageesisaa?
Shirri Oromoo irratti hojjatamu kamuu 4kiloo Madda!
Hiriira Ilmaan Milinik Nafxanyaan (Amaarri) America kutaa gara garaatti Jawar Mohammed fi Ummata Oromoo irratti bahaa jirtu Namni Birri Doolaara Miliyoona 40 ramadeefi qopheessa jiru Mootummaa Ethiopia..#Abiy_Ahmed_Ali!!
Warri adda durummaan Ilmaan Nafxanyaa Qindeessa jiru Maqaan jara (5) kunooti;
~ MM Abiy Ahmed
~ Sahle Work zewde
~ Demeke Mekonnen
~ Seyoum Teshome
~ Taye Dendea Aredo
Jarri Shanan koree Hiriira qindeesitu biyya alaa jadhamu! Birri Doolaara Miliyoona 40 baasii godhanii qabsoo ummata Oromoo fi Jawar irratti Nafxanyaan duulchisa jiru!
#Hubadhaa; Kayyoon EPRDF/PP Maallaqa Doolaara Miliyoona 40 itti ramade kun inni guddaan yaaliin ajjeecha Jawar Biyya keessatti waan jala fashaleef Biyya Alaatti akka Jawar Ajjeefamu godhuudha!

Kanaaf Eegumsi Jawar kan duraanii caalaa akka cimu Dhaamsa dabarsina Sagalee Sabboontoota Oromoo Finfinnee Oromiyaa irraa!

Madda; qabatamaa irraa! Odeeffannoo kun 100% Dhugaadha IYYA IYYA DABARSAA?

Namni Oromoo ta’e Shira Hayyoota Oromoo fi qabsoo ummata Oromoo irratti Sirna EPRDF/PP hojjatama jiru kana #Share_godhaa Fashaleessa?

Abiy Ahmed Ali Kaasi qumaara kee?

#ABIY_MUST_GO #SHARE

Via: Mureefuu Usmael

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.