(A4O, April 5, 2021) በአንድ ወረዳ ብቻ በአማራ ልዩ ሃይል የደረሰው ጥቃት!

(A4O, April 5, 2021) በአንድ ወረዳ ብቻ በአማራ ልዩ ሃይል የደረሰው ጥቃት

ወረዳው ;- የአርጡማ ፋርሴ ወረዳ
35 – ሰዎች ተገድለዋል
53 – ሰዎች የቆሰሉ
702 – የተቃጠለ የአርሶ አደር ቤት
የመንግስት መስሪያ ቤቶች
2 – ት/ቤቶች ተቃጥለዋል
1- ጤና ጣቢያ ተቃጥሏል
1- የግብርና ቢሮ ተቃጥሏል
5 – የመንግስት መስሪያ ቤት ተቃጥሏል
የቀበሌ አስተዳደር መ/ቤቶች ተቃጥለዋል
የሃይማኖት ተቋማት
9 – መስጅዶችን ተቃጥለዋል
5 – የሙስሉሞች መቃብር ተቃጥለዋል
የተፈናቀሉ
51,556- አጠቃላይ የተፈናቀል


Humni Addaa Oromiyaa WBO akka loluuf bobbaafame ”maaliif obbolaa keenya lolla?” gaaffii jedhu kaasaa jira. Kan bobbaafames gariin sirnicha ganee hidhannoo isaa waliin miliqaa jira. Gariinis WBOtti harka kennataa jira. Kaan ammoo osoo yaada lama keessa galee tokko murteeffachuu rakkatuu qondaalota Bilxiginnaatiin ittidammaqamee qabamee hidhamaa jira. Kanaafuu humni akka gaariitti Oromoo nuu fixa jedhanii abdatan Liyu Hayilii Amaaraa fi humna Waraana Eertraaati. Jara kana lamaan Oromiyaatti bobbaasaa jiru. Ummanni Oromoo yeroo kanatti hin rafin. Keessattuu Qeerroon Oromoo maqaa kee kaleessa kabjsiifte deebiftee hin nyaatin. Bakka jirtuu gurmaahii mudhii kee hidhadhuu qehee keerraa roorroo halagaa kana qoladhu. Ummanni keenya walumaa galatti dammaqaa! Itoophiyaa abaaramtuu irraanfadhaa, Oromummaa dhabama irraa oolchuuf falmadhaa!

OMN Horn: Odeessaalee Har’aa (Ebla 1, 2021)

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.