A top Oromo political prisoner Jaal Abdii Raggaasaa released from notorious prison. He is OLF Executive Committee member.

A top Oromo political prisoner Jaal Abdii Raggaasaa released from notorious prison. He is OLF Executive Committee member.

Now, it is clear why Jaal Abdii and other Oromo political prisoners were jailed.
Happy to see your FACE of GRACE!
Namni keenya waan Jaal Abdii Raggaasaa fi hidhamtoota biroon wal qabatu barreessitani fi dubbattan itti gaafatamummaa namusaa yaa qabatu. Jaal Abdiin akka mana hidhaati ba’u waraantii fudhateera. Raawwii isaa eegaa jiru. Akka ba’uus Abdii qabna. Hidhamtoonni siyaasaa ba’uun Oromoof Gammachuu guddaa dha. Garu Galma qabsoo keenya miti. Hunduu fuula keenya galma qabsoo keenyatti yaa fuulleffannu.
Goota Gantuu fi Afuuftuuf hin jilbeeffanne baga nagaan nuf baate Miseensa Gumii Shanee ABO #Jaal_AbdiiRaggaasaa. Murannoo fi Kutannoon kee barumsa guddaa nu barsiise. Jaal Abdii manni murtii bilisaan lakkiseera.