Atleet ababa biqilaa. Maaliif oromoo taateef maaliif iddoo oromoon dhaabbatutti argamteef moottuummaa hayilasilaaseen dorsiisnii hamaan nama irra gahaa tureedha.
Seenaa rirmii hin nyaatu yoo gadhee akka OPDO tana taate malee.
Doorsiisnii hardhaa miti kaleessas akkasumattii caccabsaa hardha geenye malee.