‘Gameesa Walloo harraa dhabde Usmaan Xiyyee ShibashiiJedhamaa September 13, 2020 ‘Gameesa Walloo harraa dhabde Usmaan Xiyyee ShibashiiJedhamaa Goota Harra Walloon shiftaa Hidhattoota Affaariin dhabde Isa kana jannata keessa haatahu qubannaan kee Suuraan kun Bara WBO Tureedhaa Qabsaahaa Warra Bara 1992 Yeroo Jalqabaaf Waraana Bilisummaa Oromoo Naannoo Wallootti ijaaran Keessaa isa tokkoodha Abbaa Biiftuu irraa’ via Firomsa Walloo Dábessá Gemelal ለሃጫሉ መታሰቢያ እየተባለ በየባንኩ አካውንት ተከፍቶ ከፍተኛ እየተሰበሰበ ነው። ይሄኛው በንግድ ባንክ የተጠራቀመው ብቻ #ከ74 ሚሊዮን ብር በላይ ደርሷል። እነዚህ ሸለመጥማጦች… ከዚሁ ላይ ቆንጥረው #በOBN እና ኦሮሚያ ክልላዊ መንግስት ስም #10ሚሊዮን ብር ለሃጫሉ ቤተሰብ ስጦታ/እርዳታ ሰጠን አሉን። ብዙዎቻችን የገንዘቡ ምንጭ ከራሳቸው መስሎን በተዘዋዋሪ ጉማ መክፈላቸው ነው ወይ ብለን ስንጠይቅ ለካስ ነገሩ ከዛም በላይ ቡኮ ነው። #ሌቦች !! (መረጃው Walaabu Jiloo Aran Gamaa ) Related