Who is Dr. Abiy Ahmed? Is he an Oromo or  an enemy of the Oromo people? Why is Dr. Abiye aligning with Oromo’s strategic nemesis?

Who is Dr. Abiy Ahmed? Is he an Oromo or  an enemy of the Oromo people?
Why is Dr. Abiye aligning with Oromo’s strategic nemesis?

Ilaalcha Oromoo cabsuutu Biyyattii kana guddisa utuu ta’ee Warra Abiiyyi duraatu biyya kana guddisa ture ! Waan maraafu garamitti akka nuceesisuuf deemu inni dhoskes Birihaanuun ifa baasee jira !!

Reviving Amhara’s culture superiority in Ethiopia by Abiy Ahmed!! and he is an Oromo???????


ONN LIVE: ONN Qophii Turuura KAAYYOO: Marii haala yeroo irratti Qindeessaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Miseensa Gumii Sabaa ABO kan ta’ee Ibsa Nageessaa (Seeneessaa Qeerroo)waliin godhame. Waxabajjii 11/2019.


Yaa oromoo isinitti humnaan diddan malee OPDON 100% ijoollee safaarii kan dur oromiyaa qabatte irraa waan dhalatteef egeree oromoof abdii tokko illee hin qabdu .afaan oromoo waan dubbachuuf fi warri halagaa dhaaba maqaa oromoo qabu itti maxxansanii ofii bixxilatanii oromoo waggaa 28 guutuu oromoo ittiin burjaajessan.godaanisa TPLF oromoo irratti dhiisan seenaa oromoo keessatti barr’ee olkaa,
‘Amuu qaba.bara 1984 keessa (TIGIL XIRRII) YKN WAAMICHA QABSOO jettee ABO AFEERTEE TURTE turte.yeroo sana ABON dhaaba dhaaba walaba kan qabsoo haqaa hiree murteefannaa oromoof sagantaan syaasaa isaa kan isaanii waliin waan wal hin fudhanneef waamucha sana osoo hin dudhatin hafe.

Sana booda shaabyaa fi TPLF booji’amaa duraan dahanno qochisiifatan fi hojii addaa addaatti itti gargaaranan maqaa OPDO kennananiifii bu’uuressan .kun hundi kan sagantaa’eef ABO DURA dhaabvachuu qofaaf kun tahe . gaafa dargiin kufu ammoo akka salphaatti oromoo dhiotanii bulchuu fi nageenyaa oromoo ittiin samuuf baayee itti milka’aan.kanaaf qabeenyaa fi lubbuu bade irra ijaaramuun OPDOtu harra’a oromootti ulfaataa tahee argame. Oromoon OPDO ofi irraa maqsuuf tattaaffii hedduu godheera.fincilli oromoo utuu hin jaalla’atin kara jijjiiramaa kanatti ishee fide .

Jijjiiramuchi Annas OPDON akka yeroo bitattee suuta gara sabboonummaa oromoo lamshessuutti qiyaafachuu jalqadeetti.ammas taanaan jijjiiramichi OPDO saboota biraa qindeesitee galma qabsoo oromoo akka inni itti fashsluuf halkanii fi guyyaa hojjechaa jirti .
Amma yeroo dhihoo kana naannoo tokotokkotti ABO balaaleffadhaa jettee ummata oromoo hin ta’in gurmeessuun yaalii godhaa jirti. Kanaaf qabsoo oromotti xumura itti gochuuf ummanni oromoo OPDON NU bakka buuti qabsoo oromoo kara milkiitti geesiti jidhanii Eeguun yeroo ofii ball’eessuu irra qabsoo finiinsuu alatti furmaatni biraan hin jiru

Via: Abon Dhaabakoo Ganamaati


Ijuma kiyya moo nan seehe? Warri kaleessa nuti muslimaaf dhaabbanna jettus aangoo barbaada qabsaahaa turte malee dhugaaf miti.