Shira Obbo Lidatuu Ayyaaloo irratti itti fufe!
Shira Obbo Lidatuu Ayyaaloo irratti itti fufe Obbo Lidatuu Ayyaaloo ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa booda dargaggoota jeequmsaaf kakaasteetta,meeshaa seeraan alaas qabda jedhamuun hidhaatti dararamaa turee bilisa bahuun ni beekama. Achii boodas hanga masaraatti waamamee humni [Read More]