Koroonaavaayirasii
Health

Talaalliin Koroonaavaayirasii %95 namarraa ittisu argame

Talaalliin Koroonaavaayirasii %95 namarraa ittisu argame Talaallii haaraan koroonaavaayirasii argame vaayirasicha 95% nama irraa ittisuu danda’a jedha odeeffannoon jalqabaa kaampaanii Modernaa jedhamu irraa argame. (bbcafaanoromoo)–Dawaan kaampaaniin Modernaa argate talaallii weeraricha balleessuuf gargaaru jedhaman keessatti eerame. [Read More]