
Ajjeechaa galgala edaa Oromoota 4 irratti raawwatame – Qeellem Wallaggaa
Ajjeechaa galgala edaa Oromoota 4 irratti raawwatame – Qeellem Wallaggaa Konyaa Qeellem Wallaggaa, Ona Hawwaa Galaan, Ganda Machaaraa jedhamu keessatti, Oromootni afur LMKIIn galgala edaa haala suukanneessaan ajjeefamuu; lama ammoo akka malee madaa’anii jiraachuu • [Read More]