Africa

Siyaasa Itoophiyaa: Naannoo Tigraayitti humnoonni nageenyaa agarsiisa waraanaa taasisaan

Siyaasa Itoophiyaa: Naannoo Tigraayitti humnoonni nageenyaa agarsiisa waraanaa taasisaan Naannoo Tigraay Magaalaa Maqaleetti miseensonni humna addaafi milishoonni hidhatan hiriiraa waraanaa taasisaniiru. (bbcafaanoromoo)–Hiriiricharratti qaamoleen nageenyaa naanncihaa meeshaalee waraanaa salphaafi ciccimaa hidhatanii mul’ataniiru. Hidhatoonni kunneenis daandiiwwan magaalattii [Read More]