
Oromoon biyya osoo qabuu akka uummata biyya hinqabnee ta’e.
Oromoon biyya osoo qabuu akka uummata biyya hinqabnee ta’e. Biyya isaa Oromiyaa keessa nageenyi hinjiru, dargaggoonnii fi buleeyyiin kumaatamaan hidhaatti guuramaa jiru, bilisummaadhaan hojjechuun, dubbachuunis hinjiru, namni barbaade Oromoo biyyuma isaa keessatti ajjeesuu danda’a, ajjeesees [Read More]