
Obbo Leencoo Lataa haasaa baatilee muraasa dura qabxii 6 kahanii dubbataa turan sana dogoggora jedhan ta’ee isaaniif
Caalii Hinsarmuu #Alert! Jaarsa kanaaf du’a naaf kadhaa maaloo salphina itti baayatee salphaa!!!!!! Ibsa maqaa paartilee Oromiyaa keessaan har’a bahe ilaalchisee komiin dhalatee jira. Ibsi kun paartileen Oromiyaa akka yaada Abiyyi deggaranitti bahee jira. Ibsa [Read More]