Oromoon
News

Oromoon Yeroo waan hamaa fi hammaatan Biyya mudatu.

Oromoon Yeroo waan hamaa fi hammaatan Biyya mudatu,Akka #Herri_Uumaa cabe waan hubatuuf Bahee hoodata. Dura bu’ummaa Abbootii gadaatiitin, Jaarsa Cifiraa jaartii Cifiree,Beera kalaalee,Durba Duudaa/Qarree,Dargageessa qeerroo, Farda Fe’ee Luugamee,Malkaa,Tulluufi bakkee Ulfootti bahee Badii Ilma namaa hundaaf Hoodata. Waaqnis [Read More]