Komishinii Mirga Namoomaa UN
News

Komishinii Mirga Namoomaa UN: ‘Yeroo Covid-19 hammaatetti intarneetiin Lixa Oromiyaatti cufame turuun isaa baay’ee nu yaachise’

Komishinii Mirga Namoomaa UN: ‘Yeroo Covid-19 hammaatetti intarneetiin Lixa Oromiyaatti cufame turuun isaa baay’ee nu yaachise’ (bbcafaanoromoo)—Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniitti Komishiniin Olaanaa Mirgoota Namoomaa, yeroo weerarri Covid-19 hammaatetti Lixa Oromiyaatti maloonni kominikeeshinii cufamanii turuun baay’ee na [Read More]

Itoophiyaa
News

Godaantonni Itoophiyaa 814 Jabuutii Irraa Deebifaman

Godaantonni Itoophiyaa 814 Jabuutii Irraa Deebifaman WAASHINGITAN, DIISII — (voaafaanoromoo)—-Lammiwwan Itiyoophiyaa 814, kanneen mootummaan Jabuutii godaantota seeraa-alaa ti, jechuudhaan gara Itiyoophiyaatti deebise, bulchiinsi Dirre-dhawaa bakka kophaatti baasanii tursiisanitti simatee kan kunuunsaa jiru tahuu beeksisee jira. [Read More]