WBO
Videos

Oduu Gammachiisaa injifannoo WBO! Zoonii lixaarraa!

#Oduu_Gammachiisaa injifannoo WBO! Zoonii lixaarraa! Kaleessa akkuma ibsame WBOn diina haleelee ture har’a #Muddee_29_2019 Itti gaafatamaan koomaandi poostii zoonii Wallaggaa Arfanii kan ta’ee birgaadeer #jeneraal_Gabireetsaadiq_Gabiree_Mikaayeel kaleessaa WBO dhaan waraana isa eegan ( Ajjaabii /Guard ) nama saddeet [Read More]