ODP
News

Ibsa ijjannoo Miseensota ODP irraa

Ibsa ijjannoo Miseensota ODP irraa Nuti miseensonni ODP akkuma fedhe abbaan barbaade fedhii dhuunfaa isaatin dhaaba keenya diigudhaan akka horiitti kan nu ajajuu barbaadu kamiifuu hin jilbiiffannu. OPDOn maqaa isaa jijjiirrattee uummata Oromoof akka dhaabbatuuf [Read More]

Finfinnee
News

Oduu Ammee:Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Taakkalaa Uumaa waliigaltee Master Pilaanii Finfinnee karoorfamee addaan citee ture hojiitti hiikuuf guyyaa har’aa haaromsee jira.

#Oduu_Ammee:Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Taakkalaa Uumaa waliigaltee Master Pilaanii Finfinnee karoorfamee addaan citee ture hojiitti hiikuuf guyyaa har’aa haaromsee jira. Walgahiin waliigalteen kun itti gaggeeffame biyya Faransaay Magaalaa Lyon Metropoledha. Haromsa waliigaltee kanaarratti Presideentiin Lyon Metropole [Read More]

አቶ ዳውድ ኢብሳ
Amharic

አቶ ዳውድ ኢብሳ ከቪኦኤ ጋር: ኢትዮጵያ አሁን ያለችበት ሁኔታ “ከመቼውም ጊዜ በላይ የተወሳሰበ ነው” ያለው የኦሮሞ ነፃነት ግንባር (ኦነግ) አጠቃላይ የሃገራዊ ንግግር መድረክ እንዲጠራ ጠይቋል።

አቶ ዳውድ ኢብሳ ከቪኦኤ ጋር: ኢትዮጵያ አሁን ያለችበት ሁኔታ “ከመቼውም ጊዜ በላይ የተወሳሰበ ነው” ያለው የኦሮሞ ነፃነት ግንባር (ኦነግ) አጠቃላይ የሃገራዊ ንግግር መድረክ እንዲጠራ ጠይቋል። (amharic.voanews)–ኢትዮጵያ አሁን ያለችበት ሁኔታ “ከመቼውም ጊዜ በላይ የተወሳሰበ ነው” ያለው [Read More]