ዶ/ር ጸጋዬ አራርሳ ለዶ/ር ብርሃኑ ነጋ ለክርክር (debate) መድረክ ጥሪ አቀረቡ።
ዶ/ር ጸጋዬ አራርሳ ለዶ/ር ብርሃኑ ነጋ ለክርክር (debate) መድረክ ጥሪ አቀረቡ። Ethiopia: ሰበር መረጃ – ዶ/ር አብይ እና ለማ ዛሬ በሐረር ስለጃዋር በኦሮሚኛ ያሉት ምንድን ነው? | Dr Abiy Ahmed | Lema Megersa
ዶ/ር ጸጋዬ አራርሳ ለዶ/ር ብርሃኑ ነጋ ለክርክር (debate) መድረክ ጥሪ አቀረቡ። Ethiopia: ሰበር መረጃ – ዶ/ር አብይ እና ለማ ዛሬ በሐረር ስለጃዋር በኦሮሚኛ ያሉት ምንድን ነው? | Dr Abiy Ahmed | Lema Megersa
Breaking ! Amboo !Midia OMN akka Hin seene dhorkame.Walga’iin sobaa nu gaha jechaa jiru Qeerroon Amboo. OMN: Oduu Guyyaa (Onko 31, 2019) Ethiopia: “አብቹ የሰላም አባት እናመሰግናለን አብቹ አባ ነጊያ” ኦቦ ሌንጮ ባቲ እውነተኛው የቁርጥ [Read More]
አሁን የደረሰን ሌላ ሰበር ዜና የኢትዮጵያ ሰብዔዊ መብተ ተመገቸ Breaking News ዛሬ ለኢትዮጵያ ህዝብ ሰበር ዜና መታየት ያለበት ዜና OMN:በአማራ ክልል ሰሞኑን በገምሹ በየነ ኮንስተራክሽን ድርጅት ላይ የተፈፀመው ጥቃት (30 Oct. 2019) SMN Facebook Live [Read More]
#Amboo Diinummaa hamaan uummata afaan Qawween haala kanaan doorsisuu caalu addunyaa kanarra hinjiru. Guyyaa har’aa uummata keenya Amboo haala ulfaataa kanaan shororkeessaa jira waraanni mootummaa! Uummata nagaatti Qawweef meeshaa waraanaa gurguddaa haala ulfaataa kanaan guuruutu [Read More]
Dubbii duraa Abiyi dubbateefi kan amma dubbate hagam walitti dhiihata, dhaggeeffadha mee kijiba namicha kanaa To sum it up “olmaya OPDO kan guyyaa arraa” To use it in a sentence for example: 1) Lubbuun iskortaa [Read More]
Ijoolleen “Abbaa Gadaa” Ijoollee “Abbaa Qawwee” taate!!Abbaan Jifaar deebi’ee dhufe!! Ministirri muummee Abiy Ahimad, Ministirri ittisaa Lammaa Magarsaa fi Pirezidaantii itti-aanaan naannoo Oromiyaa obboo Shimallis Abdiisaa magaalaa Ambootti namoota garaagaraa waliin maryataa jiru. Namoonni hedduun [Read More]
Marii Aangawoonni Mootummaa Olaanoon magaalaa Harar Galma Calanqootti Hawaasa Waliin taasisan irratti dhimmi aggaammii Jawar Mahaammad irratti yaalamee gaafatamee jira. Guutuu marii kanaa OMN boru isin biraan gaha. “ODPn gaaffii oromoo deebisuuf nafxanyaa sodaatti. caasaan [Read More]
Walitti bu’iinsi Godina Arsii Lixaa Keessa Ture Amantiitti Hidhata Hin Qabu: Bulchaa Godinaa Akkasii, Ittii Muddii!! Nageenya Hawaasa Magaalaa Booreessanii, Lubbu Lammiilee Baasanii fi Qabeenya Barbadeessanii Miliquun Hin Danda’amu. Magaalaa Adaamaatti maqaa Jarmayaalee badii adda addaatiin [Read More]
Dhugaan haguuggaa Amantaatiin nafxanyootaan mojotti raawwatame kunooti. Omn FI Jawar Mohammed – OMN Ijaf Gurra Ummata – Jawar Dhugaaf Haqaaf Dubaata -Miidiyaawwan Uummataa Uummataaf hojjatan keessaa Omn isaa tokko 100% Hayyuu Oromoo Oromoof Hojjatan keessaa [Read More]
Nama gaafa #mooyyaleetti daangaan Oromoo cabe lola guyyoota sagalii diina dura gootummaan dhaabbatee qe’ee oromoof ulfinna laatedha. Qabsooftuun armaan gaditti argitan kun jaal #Bilisee #Diidoo #Duuba jedhamti.waraana bilisummaa gameessa zoonii orom kibbaati.Goota ija barbadaa,urjii gaafa lolaa,qabsooftuu diinaaf summii kan [Read More]
Copyright @2016 kichuu.com