Dhokosaan Shira ABO Bilisoomnera Soodaree (ABS) Saaxilame!!

Dhokosaan Shira #ABO_Bilisoomnera_Soodaree (ABS) Saaxilame!!

Ilaalaa itti aanaa dura ta’a ABO soodaree ta’ee Jaal Galaasaa Dilboo injifatee kan filame dargaggeessa dhiheenya kana Yunivarsitii irraa eebbifameedha. Xalayaan dargaggeessa kun miseensa nageenya (Member of security) jechuun basaasumman kan hojjechaa tureedha jedheera. Akkanni itti aanaa ABO Bilisoomnera sodaree ta’ee filatamu kan taasise immoo Obbo Ha’iluu Gonfaati.

Xalayaan armaan gadi kun deggersa dargaggeessi kun itti deemee fudhachaa tureedha. Egaan ABOn Bilisoomnera Sodaree dha ABO isa dhugaatii hamakamu isin jettan isa kanaadha.

Kanaaf,
HD ABO Jaal Dawud Ibsaa “tika mootummaa golgaa Tokkummaatiin ABO balleeysuuf nutti dhufu ifirraa tiksina,” jachuun isaaniis Shira mootummaan karaa garagaraan ABO irratti hojjachaa jiru dursanii beekuu irraa kan maddeedha.Chali Ensermu Beyene

Hidhattoonni Al-shabaab Dirree Xayyaaraa Somaaliyaa Waraani Ameerikaa Itti Fayyadamu Halleelan

Hidhattoonni Al-shabaab Dirree Xayyaaraa Somaaliyaa Waraani Ameerikaa Itti Fayyadamu Halleelan

(Suuraa faayilii)

Hidhattoonni Al-shabaab, dirree xayyaaraa waraanni Yunaayitid Isteetis, kan humnoota Somaaliyaa gargaaraa jiru itti fayyadamu irratti haleellaa banan.

Dirree xayyaaraa Baalii Doogalee, kan kutaa Shabalee gara Gad-jallaa keessatti argamutti kallattii lamaan dhokaatota konkolaatotatti guutaman itti dhoosan. Magaalaa Moqdishoo irraa gara kiiloo-meetira 90 irratti kan argamu – dirree xayyaaraa kanatti namni dhihoo jiraatu, sagalee dho’insaa lama dhaga’uu isaa dubbata.

Halellaalee maadhee sana sochoosaniif, Al-shabaab itti gaafatama fudhatee, lolli ammallee akka itti fufee jiru dubbate.

Raadiyoon waraana biyyaalessaa Somaaliyaa immoo, oduu fuula Tiwiiterii isaa irratti maxxanseen, hidhattoonni fiinxaaleyyii mooraa sanaa alatti dhoosan – jechuudhaan, akka loltootoonni mootummaa Somaaliyaa fi waahiloonni isaa Yunaayitid Isteetis haleellaa sana of irraa deebisan dubbate.

Somaaliyaatti Ambaasaddarri Yunaayitid Isteetis haleellicha balaaleffatee, tarkaanfii “humnoonni nageenyaa Somaaliyaa fudhatan” jedhu immoo faarsee jira.

አሁን ምሽት አዘዞ ላይ ከ10 በላይ ቅማንት ቤቱ ውስጥ በፋኖ እና ተባባሪ ዘራፊ ተቃጠለ።

የጓንግ ጦርነት ምስጢር ሴራ ሲጋለጥ

ሰሞኑ በተከታታይ እለታት ጭልጋ ላይ የቅማንትን ንጹህ ህዝብ በሀያ አራት ሰዓት ውስጥ ለደምሰስና የቅማንትን ኮሚቴም አሳዶ ሙሉ በሙሉ መረሸን በሚል ስንኩል እቅድ ኦፕሬሽን ተሰርቶ በቅማንት ገበሬና በነ አገኘሁ ተሻገር “ምድር አንቀጥቅጥ ጦር” (ድንቄም ምድር አንቀጥቅጥ) ጦርነት ሲካሄድ እስከ ዛሬዋ እለት ድረስ መቆየቱ ይታወቃል። በትናንትናው እለት ብቻ ከ40 መኪና ያላነሰ የጦር ሰራዊት፣ ነዳጅ የሞሉ ቦቴዎች ፣ የጦር መስሪያ የጫኑ ሲኖ ትራኮች ወደ ቅማንት ገበሬ መኖሪያ ሰፈር ተጭው ገብተዋል።
+
ይህ ሁሉ የጦር ሰራዊት በክልሉ መሪዎች ተልኮ እንደሚገባ ሙሉ መረጃ የነበራቸው የ33 ክፍለ ጦር ሰሜን እዝ የጓንግ ምድብ የሰራዊቱ አባላት ጦሩ ከመግባቱ አስቀድመው በር ሲጠብቁ የነበሩ የቅማንት ገበሬዎችን በማታለል ወደ ቤታችሁ ሂዱ እኛ እንጠብቃለን የሚመጣውንም የፋኖና ልዩ ኃይል የጦር ሰራዊት እናስመልሳለን በማለት የጥፋት ሴራ ሸርበው ከአስነሱ በኋላ የጥፋት ሰራዊቱ እንደደረሰ በቀጥታ ወደ ቅማንት ሰፈር ፈቅደው በማስገባት ከፍተኛ ጭፍጨፋና ዝርፊያ እንዲያካሂድ ሽፋን ሰጥተዋል። በዚህ ወቅት መሪና ተባባሪ የነበረው በቦታው ተመድቦ በቅማንት ሕዝብ ላይ ሲፎክርና ሲዝት የከረመው የበለሳው ተወላጅ ኮሎኔል ገቃዱ ነው። ኮሎኔል ፈቃዱ የቅማንትን ሕዝብ ለመምታትና ለማስመታት ከፍተኛ ጥርስ መንከስ ሲታይበት እንደ ከረመ ሙሉ መረጃ አለን።
+
በእቅዱ መሰረት ምንም ያላጠፉ ሶስት ወንድሞቻችን በቀጥታ በጥይት መትቶ ገድሎብናል። ለወራሪዎቹ ከስር ከስር እየተከተለ የልብ ልብ በመስጠትና በማደፋፈር የድሀ ቅማንት ገበሬዎችን ላሞችና በሬዎች እያሳረደ ሲያስበላ ውሏል። በተጨማሪም አጤ ጎዳና የተባለች የአካባቢው ነዋሪዎች ሰፈር በር እየሰበሩ በመግባት የቤት እቃ መሉ በሙሉ እንዲወድምና እንዲዘረፍ አድርጓል። የመዝናኛ እቃዎችም ተሰባብረው ከጥቅም ውጭ እምዲሆኑ አድርጓል። ፍሪጅ ፣ የነዋሪዎቹ ቀለብ (እህል) ፣ አሌክትሮኒክስ እቃዎችና አልባሳት ሙሉ በሙሉ ተዝረፈው ተጭነዋል። ይህ ሁሉ ሲሆን ኮሎኔል ፈቃዱ ቆሞ ይመለከት ነበር። በነአገኘሁ ተሻገርና በነዮሐንስ ቧያለው ተእዛዝ ተልኮ የመጣው ወራሪ ሰራዊት ከኮሌኔሉና በስሩ ከነበሩ የመከላከያ ሰራዊት አባላት ጋር ሀሳብ ሲለዋወጡ ይታዩ ነበር። ስለሆነም ጦርነቱ እጅግ በጣም ከባድና ዘግናኝ ነበር።
+
ሰውየው የግፉ ዘግናኘት ያንገሸገሻቸው የቅማንት ገበሬዎች ገፍተው ሲዋጉ ገበሬዎቹ ላይ መትረጌስ እየተኮሰ በማሸማቀቅ ንብረታቸውን ሙሉ በሙሉ አስዘርፎባቸዋል። ከላይ እንደተገለጸው ከራሱ ከፍቃዱ በተተኮሰ ጥይት መቸም የማንረሳቸው ወንድሞቻችን አጥተናል።
+
ከዚህ በፊትም በሽንፋ ፣ በመተማ ዮሐንስና በሌሎችም ቦታዎች ከሞቱብንና በጅምላ ከተቃተሉብን ከ95% በላዩ ወገኖቻችን ያጣነው መከላከያ ሰራዊት ውስጥ በሚገኙ የመከላከያ ተቋሙን ስምና ዝና በሚያጎድፉ ጥቂት ጽንፈኛ የአማራ ተወላጆች ሴራና ደባ ነው።
+

በያላችሁበት ሁሉ ሰላምን እመኛለሁ ! By Kassa Busi


አሁን ምሽት አዘዞ ላይ ከ10 በላይ ቅማንት ቤቱ ውስጥ በፋኖ እና ተባባሪ ዘራፊ ተቃጠለ።
ከነዚህም ውስጥ ” እንዲነው” የተባለው የቅማንት ባለሃብት ከወንድሞቹ እና እህቶቹ ጋር በአሰቃቂ ሁኔታ ተገድለዋል። ደመወዝ የተባለው ባለሃብትም አሁን በዚህ ሰዓት ከነ ቤተሰቦቹ ታፍኖ ቤቱ እየተቃጠለ ይገኛል። ሁነኛው የታባለው ባለሃብትም ታፍኖ እንዲሁ ቤቱ በጥይት እሩምታ እየተናደ ይገኛል። ጎንደር እና አዘዞ ያለህ ቅማንት አንድ ባንድ የስም ዝርዝር ይዘው እየረሸኑ ይገኛሉ። በዙሪያው ያለህ ቅማንት ቶሎ ድረስላቸው ወገኖቻችን አለቁ።
Via Ambo Times



Ethiopia -ESAT Eletawi የቅማንት ጉዳይና የብሔረተኛ ሚዲያዎች ዘመቻ Mon 30 Sept 2019

Athlete Feyisa Lilesa Gemechu to dedicate his historical Olympic Medal at #Rio2016 to his ppl who paid the ultimate prices in fighting tyrannical rules.

Athlete Feyisa Lilesa Gemechu to dedicate his historical Olympic Medal at #Rio2016 to his ppl who paid the ultimate prices in fighting tyrannical rules.

The elite Oromo athlete plans to do it on an official event at Millennium Hall in Finfinne this coming Thursday. @ChrisChavez

The hero athlete wants his historic Olympic Medal be dedicated to all those who paid the ultimate prices in fighting for the just cause of his people, & that historic Olympic Medal be officially & permanently kept at a museum in Oromia for the collective memory of the future generations. @ChrisChavez

Atileet Feyisa Lilesa meedaaliyaa Riyodejenerootti badhafame wareegamtootaa fi ummata Oromoof kennuufi,

Ongoing mass killing, looting and destroying against Kemants in Gondar city.

Ongoing mass killing, looting and destroying against Kemants in Gondar city. We beg the federal government for an immediate

The fake news that was disseminated yesterday over the internet falsely alleging the assassination, in cold blood, of the former spokesperson of Amhara state govt, Mr Asres, was apparently an intentional fabrication by ADP’s own fake-news-making-cadres aiming at deflecting public and media attentions from the ongoing killings and mindless vandalism being perpetrated by Amhara special police forces on the people of Qimant in Gonder zone of the regional state.

The big question now is: what is the federal govt doing to protect the Qimant people from these attacks being perpetrated on them by elements long established within the regional government’s policing and security structures themselves?

#Ethiopia


የቅማንት ማዕከላዊ ኮሚቴ/Kemant Central Committee
Ongoing mass killing, looting and destroying against Kemants in Gondar city. We beg the federal government for an immediate

Karaan jaldeessaa hallayyaan nama ga’a የዝንጀሮ መንገድ ከዋሻ ያደርሳል :

 

Karaan jaldeessaa hallayyaan nama ga’a

የዝንጀሮ መንገድ ከዋሻ ያደርሳል

Kutaa 2ffaa

Uummati Oromoooo Dr. Abiyyiin nagaatti kan jedhe fakkaata. ODP irraas abdii kutachuu hin oolle. Dhaabich diigamee osoo obbaafate akka filatu dubbata. .

Dr Abiyyi garuu ODP ii diiguuf kan murate uummata Oromoof yaadee miti. ODP iin yoo oolte bulte Oromoo ta’uu dandeessi sodaa jedhu waan qabuuf malee.  Seexaa ODP iin hin qabne itti hora jettan mitii ? Kkkkk /.

Sababni Dr. Abiyyi ODP ii isa guddise diiguuf muddame maalumaafi ree? kan waa’ee aadde Zinnaash odeeffamu malee akkuma kutaa 1 keessatt tuqame sababa gurguddaa lama qaba.

Inni jalqabaa shira isaatti Oromoon waan dammaqeefii dha. Harraba dhadhaa dibatee harka lafa jalaan Oromummaa irratti duulaa ture. Haasaa damma damma jedhu haasa’uun qeerroo goyyoomsuuf ture. Garuu hin taaneef. Oromoon bule cooma jedheetu malee wallaalee hin turre.

Amboo dhaqee “New work ” Oromiyaa goona jedhee baace. Kan ta’aa jiru garuu waan biraati. Amboo biyya gootaa irra dhaabbatee qeerroo kan faarse garaa isaa irraa hin turre. Harrabaan ni faarsa. Laphee isaan garuu itti farrisa ture. Harrabni isaa qeerroon gaachana jedha.Lapheen isaa garuu xannacha koo ti jedha. Harrabaan qeerroo waliin duulla jedha gochaan garuu qeerrootti duula. Harrabaan qeerroo waliin duuna jedha. Qabatamaan garuu qeerroo ajjeesisaa oolee bula.

Qotee bulaa beeluu fi dheebuu isa baase gane.Haannan isa hobaase, dhadhaatti faffatee harka afaan kaa’ee ciniine. Loltuu bobbaase. Abbaa fi ilma waliratti ajjeesise.Haadhaa fi hintala gudeechise. Loltoonni inni bobbaase gara laafina tokko malee maatii guutuu fixu. Yakka duguuggaa sanyii raawwatu. Ijoollee Oromoo ajjeesuun rikoordii cabsuuf deema.Gidiraan bara sirna habashootaa Oromoo irra ga’e marti yoo iida’ame kan inni raawwate waliin wal hin gitu kan jedhan heddummachaa jiru.

Obsaan Haannan goromsaa dhugaan uummata Oromoo aarsaa guddaa kaffalchiise. Kaffalchiisufis deema. Abiyi Oromoon shira isaa hubachuu fi obsas fixachuu isaa hubate. Haala kanaan Oromiyaa keessatti filatamuu akka hin dandeenye mirkaneeffate.Kanaaf aangoo irra turuuf carraa tokko qofa qaba. Innis paarticha diigee kan biraatti makuu.

Inni 2ffaan Abiyyi qaamaan ODP/OPDO haa turu malee sammuun miseensa dhaaba biraa ture / ti jedhu.Seenaan kun jalqabuu fi aadde Zinnaash waliin gaa’ela raawwachuun wal irraa hin fagaatu jedhu. Bara Paartiin “Qinijjit” jedhamu irraa eegalas jedhama.Kan sana dura jedhanis xiqqoo miti.

” Qinijjiti ” namoota isaa ኢሕአዴግ ቁጥር 1 keessatti horachaa ture . Abiyyiinis Oggas argata. Miseensa godhatees waliin hojjechuu jalqaba. Iccitii gurguddaas baasee warra G 7 tiif kennaa turuu Andaargachew Tsigee dhugaa ba’eera.Pirezidantii Ertiraa araaraaf kan amansiise illee iccita kana itti himuun akka ture dubbata. Abiyyi waliin hojjetaa turuu isaanii jechuu dha. Abiyyis Andaargaschoon mana hidhaatii hin hiikamu taanaan aangoon gadi dhiisa kan jedhe lafaa ka’ee miti.Gocha kana lamaan waakkatees deebii hin laatne. . Maqaa profeser Biraanuu Naggaa bakka deeme hundaatti waamuunis kanumaafi fakkaata..Har’as Abiyyi maqaa ODP tiin aangoo haa qabatu malee kan biyya bulchaa jiru paartii ኢዜማ waliin ta’uun ifa galaa dha..Gochaan isaas kanuma mirkaneessa. % 100 miseensa ኢዜማ ti. Hoogganaa ኢዜማ ti.Haasaan miseensota ODP ii biraan haasa’anii fi kan Abiyyi kan wal faallessu kanumaafi akka ta’e tilmaamuun nama hin dhibu.

Abbiyyi ejjennoo kana har’a kan qabate miti.Kan dhoksaan dalagaa turee dha. Isa dhoksaan hojjechaa ture dhoksachuu hin dandeenye.Ykn aangoo isaa waan abdateef dhoksuu hin barbaadne.

Yeroon itti ODPiin guutumaa guututti diigamuu qabu amma ta’uu paartii isaa ኢዜማ waliin murteesse. Yeroo kana kan filataniifis qeerroon yeroo itti laafee jiruudha jedhaniitu.. Mallatoo qeerroon darbee darbee agarsiisuu garuu nagaa isaan dhorke. Ni sodaatan. Utuu leenci rafe hin dammaqin dursuu isaanii ti. Utuu qeerroon Oromoo jabina isaa waggaa dura tureetti hin deebi’in ta’uu akka qabu waliigalan.

Qeerroo fi qarree Oromoo adda qooduuf qarshiin dhangalaasan nama rifachiisa. Amma tokkos ittiin milka’aniiru jechuun ni danda’ama. Oromoon Maccaa fi Gujii jitaatu oggaa dhumu oromoon bakka biraa jiraatu callisuu irra darbee gocha yakka duguuggaa sanyii kana akka deggeru gochuu danda’ee ture.

Oolee bulee garuu dhugaan ifa ba’aa dhufe. Kun Dr. Abiyyiinis ta’e ኢዜማ baay’ee sodaachise.Deggersi gadi bu’aa mormiin ammoo haala hin eegamnern saffisaan dabale. Mormiin har’aa boretti dabalaa dhufe kun yeroo hin beekamnetti uummata dirreetti baasuu akka danda’u sodaatan.Sochii uummata keessa jiru kanatti miseensoti ODP fi poolisoonni Oromiyaa akka itti hin dabalmnes sodaatan. Balaa guddaan itti dhufaa jiru isaan cinqe. Guyyaan guyyaa dhalaa kan deemu yoo ta’e rakkoo cimaa keessa akka seenan waliigalan.

Kan nama dhibu garuu miseensonni ኢሕአዴግ walitti baquu mitii araagarummaa qaban illee hin dhiphisine. Garuu tokko gochuuf itti ciche. ODP ii keessaa Kan kana irratti gufuu ta’uu danda’u jedhamanii shakkanis baay’ee isaanii karaa irraa kaasaniiru. Kan hafes gara laafina tokko malee itti fufsiisaa akka jiran adeemsi isaanii dhugaa ba’a

Koree hojii raawwachiistuu ODP keessatti garaagarummaa uumamaa jirus humna “Ripublic guard ” jedhamuun ukkaamsuuf yaalaa jiru.Aadde Xayibaa Hasan irra rakkoon ga’e kana irraa kan fagaatu miti. Kan Komiishinar Dachasaas bullee dhageenya.

Seenaan bara 1993 A.L.Htti Wayyaanee keessatti raawwate ODP keessatti dhufuuf deema. Yeroo sanatti gareen Issiyyee faa garee Mallasiin mo’atee ture. Issiyyeenfaa moonee jirra jedhanii mana dhugaatii/ ragadaa sirba deeman. Mallas garuu Abboyi Sibahat waliin ta’uun aangoo qabutti fayyadamee Abbayi Tsayyee fi Hasan Shifaa sodaachisuun ofitti dabale.Injifannoos ofitti deenbisan . Ija ashaboon dhiqsanii nutu mo’e jedhan. Shira xaxuun Issiyyeefaa warra aangoo waraana lafoo fi qilleensaa of harkaa qabu illee tajaajilaa ala taasisan.

Kan ODP garuu uqqubii nyaatame ta’uu hin oolu. Dr.Abiyyi nama isaa bakka fedhu ka’ateera. Kanaafuu kan yaadaan adda ba’an humna kan qaban hin fakkatu. Humni meeshaa waraanaa fi loltuu yoo ta’e jechuu dha. Kun herrega Abiyyii fi ኢዜማ ti.

Humni kan uumaa fi uummataa ti.Kun dhugaa ta’uu yeroo gabaabduu keessatti dagatee faallaa qabsoo uummata Oromoo dhaabbachuun isaa nama dhiba.

Federaalizimii diiguu kan balaaleffatu uummata Oromoo qofa miti. Uummati Sumaalee,Affar,Tigiraayi, Sidaamaa, Walayittaa,Haadiyyaa fi uummati sabaa fi sab -lammoota kibbaa marti ni mormu. Saba tokko qofa qabatanii warra kaan irratti fe’uuf deemuun nageenya miti. Kun abaarsa.Karaa qajeeltoo miti.Karaan jaldeessaa qileen nama ga’a akkuma jedhamu karaan qabatte kun karaa si galafatu ta’uu qalbi itti hubattu siif haa kennu . Yoo beekaan na qofa jettes cala’i siin jenna.

Yoo gurra qabaatteef karaan ኢዜማ waliin eegalte karaa jaldeessaa ti.Qileetti si oofaa jira.

Karaan Dugda lukkuu isiniif haa ta’u.

መንገዱን ጨርቅ ያድርግላችው


Kutaa 1ffaa

ODP iin dhaabota biraa waliin walitti baquuf leenjii fudhataa akka jiru dhaga’amaa jira.Kana jechuun maqaa Oromoo ofirraa gatuuf deema jechuu dha.Gochaan ODP kun waa tokko na yaadachiise.

Hiriyyaa oogoummaa / የሙያ ባልደረባ jedhamu sana/ tokkon qaba ture.Har’a maqaan isaa Olyaad Gaaddisaa jedhama. Duraan maqaan isaa kan habashaa ture.Dargaggeessi kun sabboonaa gameessa.Maqaa isaa gara maqaa Oromootti kan deebifate har’a miti.Jabana baalaa fi mukti Oromoo fakkaatu kana keessatti miti.Oolee bubbuleera.Bara namni baay’een ayyaanni Irreechaa jiraachuu hin beekne hin hafu ture.

Guyyaa gaafa tokkoo mooraa Mana Murtii Waliigala Oromiyaa keessa abukaatota baay’ee taanee beellama dhaaddachaa eeggachaa turre.Haasaa gidduutti maaliif maqaa isaa akka jijjiirrate gaafatame.Ol’yaadis akkas jedhee deebise፡-

“Sababi isaa haa turu. Garuu waa tokkon isiniif mirkaneessa.Kan warra habashaa waliin walnaquunnamsiisu maqaa kana qofa ture.Maqaa kanaan Alatti Aadaan,safuun, amantiin wal hin agarru.Funyoo qalloon walitti nu hiitee turte maqattii isaanii sana ture.Kunoo isas ofirraa gateera. ” nuun jedhe.

Kun qoosaa haa fakkaatu malee gochaa ODP waliin wal natti fakkaata.Osoo Obbo Lammaa Magarsaa dhufee dhaaba Oromoo hin fakkeessin dura ODP ii Oromoo waliin kan walquunnamsiisu maqaa isaa qofa ture. Oromoon waamamuun ala dhaaba Oromoo ture jechuun nama rakkisa. Oromoof osoo hin taane Oromoo irratti kan hundaa’ee dha.Meeshaa bilisummaa osoo hin taane meeshaa gabrummaaf tolfame ture.

Hanga gaafa Lammaa Magarsaa aangootti dhufuutti gooftaan isaa uummata Oromoo osoo hin taane alagaa isa uumee ture.

Gochaaleen suukanneessaa waggaa 27 guutuu Oromoo irratti raawwatamaa ture jereenya OPDO tiin ala hin milkaa’u ture.Jecha salphaan ibsuuf Oromoon mana hiidhaa guutuun OPDO tiin ala hin yaadamu ture.Citiins miilla Kaffalew Tafarraa OPDOn ala hin ta’u ture.Kichuun Oromoo dabtara baatee kan conqolaafamaa ture sababa jireenya OPDOf ture.Mucaa ajjeesanii haadha irra teessisuun OPDOtiin ala hin ta’u ture.Walumaagalatti gidiraa uummati Oromoo arge hunda keessa dhaaba kanatu ture.Kanaaf uummati Oromoo hadheessatee balaaleffachaa ture.Kan ittiin hin jedhamne hin turre.

Artistoonni Oromoo akka gorsaattis hojii paartii kanaa fulaa fi fuulatti himuun adda duree dha.Fakkeenyaaf:

“Qaama kootu na gane /2/

Obboleessi koo horiin diinaaf na kenne”

“Biddeenni Oromoo furdaan utuu jiruu

Maaf kajeellaa dhaqxe mana Waddi Gabiruu” jechuun waan baay’ee kaasanii dhaabichi akka qalbii jijjiirratu yoo gorsan illee hin milkoofne turan.

Oromoon akka ergamaatti malee akka paartiitti ilaalee hin beeku. Lammaa Magarsaa garuu sana jijjiire. Gooftaan isaanii uummata Oromoo ta’uus labse.

Kutaa 2ffaan itti fufa

Garuu sirba Kiilolee Malbaa Itiyoophiyaaf sirbee turen gidduutti isin afeera.

” Nagaatti Itiyophiyaa
Nagaatti haadha ormaa
Nagaa sitti dhaamti
Ijoolleen Oromiyaa”

Via: Tulluu Coqorsaa

እፀገነት ከበደ ትባላለች። ብዙ ጊዜ እነ ዳንኤል ክብረት እና ጋሻ ጃግሬዎቹ በሚያዘጋጁት የግጥም ምሽት ላይ ፅሁፎቿን ተጋብዛ በማቅረብ ትታወቃለች።

እፀገነት ከበደ ትባላለች። ብዙ ጊዜ እነ ዳንኤል ክብረት እና ጋሻ ጃግሬዎቹ በሚያዘጋጁት የግጥም ምሽት ላይ ፅሁፎቿን ተጋብዛ በማቅረብ ትታወቃለች።

በዚህ ፅሁፏ አፋን ኦሮሞን “የወፍ ቋንቋ” ብላ ስታፌዝበት ትደመጣለች። አባይ ሚዲያም ይሄን ነውር እንደወረደ አስተላልፎታል። ልጅ እያለን ተወልደን ባደግንበት ፊንፊኔ (አዲስ አበባ) ይህ አባባል የተለመደ ነበር። ወላጆቻችን አፋን ኦሮሞ ሲያወሩ ብዙ አላዋቂዎች “ይሄን የወፍ ቋንቋችሁን ደግሞ ጀመራችሁ” ይሏቸው ነበር። ብዙ ሰው ማንነቱን ትቶ ሌላ ማንነት ፍለጋ እንዲሄድ በእንደዚህ አይነት ሁኔታ ጫና ይደርስበት ነበር። ዛሬም መድረክ ላይ ከ45 ሚሊዮን ህዝብ በላይ የሚናገረውን ቋንቋ የወፍ ቋንቋ ሲባል መስማት በእጅጉ ይገርማል። ሰሞኑን ከያኒና ገጣሚ ነን ባዮች ታዋቂ ለመሆን የጀመሩት አዲስ ዘዴ ደግሞ ህዝብን መዝለፍ ነው። እንዴት የወፍ ቋንቋ ትያለሽ ብትባል መች ብሄር ጠራሁ እንደምትል የሚጠበቅ ነው። ባለፈው ቢሾፍቱ በተካሄደ የመደመር ፍልስፍና ውይይት ላይ ደረጄ ገረፋ በዚሁ ጉዳይ ላይ ጠ/ሚ አብይን ፊትለፊት መውቀሱን ጭምጭምታው ደርሶናል። የዛሬ አመት ጠቅላይ ሚኒስትሩ በአካል ተገኝተው ቡራኬ የሰጡት “የነቁና የበቁ ከተሜዎች” የሚሳተፉበት የግጥም ምሸት በቋሚነት ኦሮሞና ኦሮሙማ ላይ የግጥምና መነባነብ ጦርነት ከከፈተ ሰነባብቷል። ኧረ ይሄ ነገር አያኗኑርም። ተዉ በሏቸው።
THE FINFINNE INTERCEPT

Finfinneetti irreecha kabajuun, sadarkaa injifannoon Oromoo irra gahe agarsiisa:

Obbo Shimallis Abdiisaa.