ABO
News

Harki Hanna Bare Dooluutu Sossoha (Ibsa ABO)

#Harki_Hanna_Bare_Dooluutu Sossoha (#Ibsa_ABO – Fulbaana 14, 2019) Kamisa Fulbaana 12, 2019 galgala Waajjira Poolisii magaalaa Buraayyuu irratti boombiin darbatamee miidhaa namoota irraa gahe jechuudhaan gochaa kanas (kallattiidhaan maqaa dhawuu baatanis) ABO.dhaan wal qabsiisanii oduun dabballoota ODP/EPRDF.iin tamsa’e [Read More]

Qeerroo
News

Ibsa Eejjannoo Qeerroo Burrayyuu irraa!!!

Ibsa Eejjannoo Qeerroo Burrayyuu irraa!!! Guyyaa sadiif erga marii gaggeesinee booda Guyyaa har’aa September 14, 2019 ibsa laanneera! 1, Gochi Maqaa balleessuuf kora bittineessaa Oromiyaa irratti OPDO hojjatame Cimsinee balaalleffanna, 2, OPDOn Maqaa #Shanee jadhuun Qeerroo hidhuu, [Read More]