
Harmee Gaaddisaa Hirphasaa: ‘Biyyaaf ta’a otoo jennuu biyyoo ta’e’
Harmee Gaaddisaa Hirphasaa: ‘Biyyaaf ta’a otoo jennuu biyyoo ta’e’ Manni hidhaa Maakalaawii jedhamuufi dararaan guddaa hidhamtoota irratti gahaa ture dhihoo muuziyamii ta’e banameera. Hidhamtoota mana hidhaa kana keessatti lubbuu dhaban keessaa tokko immoo Gaaddisaa Hirphasaadha. [Read More]