Dabballee Mootummaamoo
News

Dabballee Mootummaamoo Raajii Waaqayyooti!?/የመንግስት ካድሬ ወይንስ የኢግዝያብሕር ነብይ?

#Dabballee Mootummaamoo Raajii Waaqayyooti!?/የመንግስት ካድሬ ወይንስ የኢግዝያብሕር ነብይ? Ani hordofaa amantii Pirotestaantiiti. Dubartii #Raajii ofiin jettee waliin dhooftu kana garuu nan morma. Elaamee, warri #Debuub isheen jettu kun waggaa muraasaa duraa ka’anii waa’ee ofiin of bulchuu gaafataa turan. Baayyinni isaanii baayyina [Read More]

RSWO
Radio

RSWO – Hagayya 22, 2019: Dararaafi Ajjeechaan RIX’n Oromoota Lixaafi Kibba Oromiyaa’rratti Raawwatamu Daran Hammaachuun, Oromoonni Danuun Qe’eefi Qabeenya’saanii Dhiisanii Baqachaa Jiraachuu

RSWO – Hagayya 22, 2019: Dararaafi Ajjeechaan RIX’n Oromoota Lixaafi Kibba Oromiyaa’rratti Raawwatamu Daran Hammaachuun, Oromoonni Danuun Qe’eefi Qabeenya’saanii Dhiisanii Baqachaa Jiraachuu RSWO | Kibbaafi Lixa Oromiyaa Keessa’tti, Oromoonni Danuun Dararaafi Ajjeechaa RIX jalaa gara [Read More]

News

“Pirezedaantii Oromiyaa Lammaa Magarsaa aangoo irraa kaasuun fonqolcha Mootummaa Naannoo Oromiyaa irratti gaggeeffamedha!

“Pirezedaantii Oromiyaa #Lammaa_Magarsaa aangoo irraa kaasuun fonqolcha Mootummaa Naannoo Oromiyaa irratti gaggeeffamedha! Naannoo Amaaraatti #qawwee dhukaasuudhaan fonqolcha Mootummaa irratti gaggeessan, Oromiyaa irratti garuu utuu qawwee hin dhukaasiin fonqolcha Mootummaa gaggeessan!” Dr.#Ittaanaa_Habtee Oromiyaan Biyya Sabbona : Gaachana Keenya *** New [Read More]