News

Daangaan Walloo Hakabajamu,waraanni nurraa Hadhaabbatu..

Daangaan Walloo Hakabajamu,waraanni nurraa Hadhaabbatu jedhun Qeerroon Oromiyaa hiriira nagaya bahani. Yakka Waranaa Uummata #Oromoo_Walloo irratti gaggeeffama jiru sababeeffachuun Daandiin Konkolaataa Karaa Kaabaa Dabire Birhaan irraa Gara Finfinneetti geessuu Irree Qeerroo fi Uummataan Guutummaatti Cufameera!! Dábessá Gemelal [Read More]