News

Oduu Gara Garaa, Bitootessa 31, 2019

BITEETOSSAA 31/2019 #Akeekkachiisa. Godina w/b/ona Eebantuu ganda lalisaa bakka saqalaa jedhamuuf. Bakka kanatti kora bittinneessaan maqaa eegumsa kaambii warra daandii hojjetanii jedhuun deebi’ee qubatee jira. #Garuu kaayyoon WBO adamsuudha.kunis uummataan wbon eessa jira eenyutuu deggera jedhanii [Read More]