Haala Yeroo Irratti Marii
TV

ONN:Haala Yeroo Irratti Marii Dargaggoo Habtaamuu Tasfaayee waliin goonee.Amajjii

ONN:Haala Yeroo Irratti Marii Dargaggoo Habtaamuu Tasfaayee waliin goonee.Amajjii 20/2019 “ኢትዮጵያ መስቀለኛ መንገድ ላይ ናት፡ የህዝብ ጥያቄ አንድም በተግባር መልስ አላገኘም:: ዶ-ር አብይ አምባገነን እየሆነ ነው” ኢንጅነር ይልቃል – https://t.co/z9nyj1tBVA pic.twitter.com/sjkPj0vhw7 — Kichuu (@kichuu24) January [Read More]

Amharic

“ኢትዮጵያ መስቀለኛ መንገድ ላይ ናት፡ የህዝብ ጥያቄ አንድም በተግባር መልስ አላገኘም:: ዶ-ር አብይ አምባገነን እየሆነ ነው” ኢንጅነር ይልቃል

“ኢትዮጵያ መስቀለኛ መንገድ ላይ ናት፡ የህዝብ ጥያቄ አንድም በተግባር መልስ አላገኘም: ዶ/ር አብይ አምባገነን እየሆነ ነው” ኢንጅነር ይልቃል #Ltv ከአቶ ደሳለኝ ጋርሳሞ የሲዳማ አርነት ንቅናቄ ፓርቲ ምክትል ሊቀመንበርና #የወላይታተወላጅ አቶ አሰፋ ወዳጆ የዩኒቨርስቲ መምህር ጋር የተደረገ ቃለ [Read More]

Ilfinesh Qannoo
Photo Gallery

Concert Ilfinesh Qannoo haala bareedaan galma Rifty Valley University gaggeefamaa jira. Ilfinesh Qannoo sirba ” firi fira hin nyaatu” kan jedhu sirbuun dhimma tokkummaa

Concert #Ilfinesh Qannoo haala bareedaan galma Rifty Valley University gaggeefamaa jira. Ilfinesh Qannoo sirba ” firi fira hin nyaatu” kan jedhu sirbuun dhimma tokkummaa jabeessaa jechuun dhaawwatoota barcuma irraa ol kaastee gammachiisteetii. Viva Ilfinesh teenya. Umuurii dheertuu. [Read More]

Beenishaangul Gumuuz
News

Beenishaangul Gumuuz.Beenishaangul gumuuz keessatti Yaashilaa fi_Gunzaa leenjiisee uummata oromoo kumaatamaan buqqasisee kan isaanii reeffa isaanii bishaanitti kan guursise 

#Beenishaangul_Gumuuz. Beenishaangul gumuuz keessatti #Yaashilaa_fi_Gunzaa leenjiisee uummata oromoo kumaatamaan buqqasisee kan isaanii reeffa isaanii bishaanitti kan guursise #Dassaaleeny_Darrasee to’annaa seera jala kan oole dargaggoonni gumuuz akka inni bahuuf yaalii guddaa gochaa waan jiraniif..toora fb irratti watwaacha jiru..dhaadannoo isaanis inni [Read More]