Oromiyaa
News

Oromiyaa: Hawaasni Magaalaa Naqamtee ajjeechaa suukkanneessaa ilmaan Oromoo irratti raawwataa jiru hiriira guddaa gochuun balaaleffataa jira.

Oromiyaa: Hawaasni Magaalaa #Naqamtee ajjeechaa suukkanneessaa ilmaan Oromoo irratti raawwataa jiru hiriira guddaa gochuun balaaleffataa jira. Raadiyoo Daandii Haqaa – RDH “Uummatni mgalaa #Naqmtee wal dhageettii fi karaa naga qabeessaan #AJJEECHAA_NURRAA_DHAABAA! #GOOTOTA_KEENYA_NI_KABAJNA! jechuun dhaadachaa gaaffilee qabu bulchiinsa magaalaatti dhiheeffachuuf imalaa [Read More]