Abiyyi Ahmad
News

Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad gita isaanii Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin dhimmoota waliinii irratti Onkololeessa 26 bilbilaan mari’ataniiru.

Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad gita isaanii Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin dhimmoota waliinii irratti Onkololeessa 26 bilbilaan mari’ataniiru. Marii isaaniitiin Ministirri Muummee Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo jijjiirama Itoophiyaa keessatti dhufaa jiru, keessumaayyuu dubartoonni sadarkaa hooggansaa olaanaatti akka [Read More]